Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli obbo Aaddisuu Araggaan durfamu interpiraayizii sanyii filatamaa Oromiyaa damee Baalee daawwate
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaan durfamu Interpiraayizii sanyii filatamaa Oromiyaa damee…
Ministeerri Barnoota dhaabbiilee 7 waliin waliigaltee mallatteeffame
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)-Ministeerri Barnoota waajjiralee ministeeroota 6 fi mana maree waldaalee daldalaa waliin waliigaltee mallateessaniiru.
Waliigalteechi Ministirri…
Manni Maree naannoo Afaar Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Manni Maree Naannoo Afaar Yaa’ii Idilee 11ffaa bara hojii 6ffaa mana maree 5ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi gabaasa raawwii baajata bara hojii 2013…
Proojektiin saamicha humna daa’immanii ittisuuf dandeessisu ifoome
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaa fi Kibbaatti Proojektiin saamicha humna daa’immanii ittisuuf dandeessisu ‘Shii Tiraayivis’ jedhamu ifoomeera.…
Daandiin qilleensichaa damee balalliitin dhaabbata Booying waliin waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa damee balallii imaammataa ga’umsaa Afrikaa taasiseerratti dhaabbata Booying waliin waliigaltee mallatteesseera.…
Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa 5f deeggarsa midhaan nyaataa taasiifte
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa 5f midhaan nyaataa Doolaara miiliyoona 1.2tti tilmaamamu deeggarsa taasiisuu Sagantaan…
Dooktar Abiy Daawwannaa Ugaandaa fi Ruwaandaatti taasiisan xumuruun Finfinnee galan
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Daawwannaa hojii Ugaandaa fi Ruwaandaatti taasiisan xumuruun Finfinnee galaniiru.
Jilli…
Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 31 ol taasise
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 31 ol taasiseera.
Bulchiinsi magaalichaa hawaasa hirmaachisuun…
Naannoo Kibbaatti bara barnootaa darbe sababa Covid-19 barattoonni kumni dhibbi 3 barnoota adda…
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Biiroon Barnootaa naannoo Kibbaa qooda fudhattoota waliin marii gaggeessaa jiraachuu himame.
Naannichatti bara barnootaa darbe sababa dhiibbaa…
Naannoo Hararitti hiriirri balaaleeffannaa garee Shororkeessaa Shanee fi ABUT gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Naannoo Hararitti hiriirri balaaleeffannaa garee Shororkeessaa Shanee fi ABUT gaggeeffameera.
Hiriiricharratti kutaan hawaasa magaalaa fi aanoolee…