Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Balaa Ityoophiyaarratti aggaamame baraaruuf Raayyaa Ittisaa cinaa ni dhaabbanna – jiraattoota…
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) - Balaa Ityoophiyaarratti aggaamame baraaruuf Raayyaa Ittisaa cinaa kan dhaabbatan ta’uu jiraattoonni magaalaa Dirree Dawaa ibsan.…
Dooktar Abiy Ahimad ogeeyyii aartii giddugalaa waraanaatti qophiiwwan dhiyeessan galateeffatan
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ogeeyyii aartii giddugalaa waraanaatti qophiiwwan dhiyeessan galateeffataniiru.
Ogeeyyii aartii qophiiwwan…
Deeggarsi talaallii vaayrasii koroonaa miiliyoonni walakkaa ol Ityoophiyaaf taasifame
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Ingiiliiz deeggarsa talaallii vaayrasii koroonaa Astiraazeenikaa doozii kuma dhibba 500 Ityoophiyaaf laatteetti.
Sirna walharkaa fuudhinsichaa…
Gidduugalli Leenjii Addaa leenjii bu’uuraa loltummaa laachuu eegale
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Gidduugalli Leenjii Addaa leenjii bu'uuraa loltummaa laachuu eegaleera.
Ajajaan gidduugalichaa Koloneel Waaleeliny Taaddasaa, leenjitootaaf haasawaa…
Obbo Dhaabaan Xaafii fi Avookaadoo kilaasteraan misoomaa jiru daawwatan
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Hogganaan Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumaamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dalee Godina Shawaa Bahaatti Xaafii fi Avookaadoo kilaasteraan misoomaa jiru…
Yuunvarsiitichi Lammiilee Kibba Wallootii buqqa’uun Dasee qubataniif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Yuunvarsiitiin Haramayyaa Lammiilee Kibba Walloo Buqqa’uu Magaalaa Dasee Yuunvasriitii Dasee keessa qubataniif deeggarsa meeshaalee taasiisuu…
Hojjettoonni Ejensii Mirkaneessa Madaallii Ga’umsa Ogummaa Oromiyaa Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf…
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Hojjettoonni Ejensii Mirkaneessa Madaallii Ga’umsa Ogummaa Oromiyaa Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf miindaa ji'a 1 deeggarsaan laachuuf waadaa…
ABUT fi Shaneen nageenya biyyaa balaarra akka hin buufneef murannoon hojjetamaa jira- obbo Dassitaa…
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - ABUT fi Shaneen nageenya biyyaa balaarra akka hin buufneef Mootummaa fi Uummaanni murannoon hojjechaa jiraachuu Preezdaantiin Naannoo Sidaamaa…
Addabaabayiin Masqalaa tajaajila dhaabbii Konkolaattootaa laachuu eegale
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Qaama Proojektii Addabaabayii Masqalaa kan ta’e iddoon dhaabbii konkolaattootaa sa’aatii 24f tajaajila laachuu eegaluu Giddugalli Dhaabbata…
Dirree Dawaatti manneen barnootaa dhuunfaa galmee kamiiyyuu akka hin gaggeessine murtoon darbe
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Biiroon Barnootaa bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa manneen barnootaa dhuunfaa galmee kamiiyyuu akka hin gaggeessine murtoo dabarse.
Manneen…