Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Tajaajila Loojistikii Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa…
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fiTajaajila Loojistikii Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 55 ol taasiseera.…
USAID lammiilee naannoo Amaaraa fi Afaarii buqqa’an kuma 136 oliif deeggarsa midhaan nyaataa erguu…
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) - Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa ‘USAID’ lammiilee naannoo Amaaraa fi Afaarii buqqa’an kuma dhibba 1 fi kuam 36 oliif deeggarsa midhaan nyaataa erguu…
Hawaasoonni kutaa garaagaraarra walitti babba’aan haala waqtaawaa biyyaarratti mari’atan
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Hawaasoonni kutaa biyyatti garaagaraarra walitti babba’aan haala waqtaawaa biyyaarratti mari’achuu ibsameera.
Marichiirratti haawasoonni kutaa…
Qaamoleen nageenyaa Naannoo Sidaamaa hoggantoota aanaalee ollaa naannoo Oromiyaa fi Kibbaa waliin…
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) - Qaamoleen nageenyaa Naannoo Sidaamaa hoggantoota aanaalee ollaa naannoo Oromiyaa fi Kibbaa waliin haala waqtaawaa biyyaarratti marii taasiisaniiru.…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni Mana Maree Federeeshinii raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisaan
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni Mana Maree Federeeshinii raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 3.6 ol taasisaaniiru.
Dabalataanis raayyaa…
Barattoonni Yuunvarsiitiin Walaayittaa Sooddoo bara kana eebbifamaan sagantaa Ashaaraa Magariisaa…
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Barattoonni Yuunvarsiitiin Walaayittaa Sooddoo bara kana eebbifamaan sagantaa Ashaaraa Magariisaa gaggeessaniiru.
Raayyaa ittisa biyyaa cinaa…
Hayyoonni Yuunvarsiitiwwan naannoo Kibbaa keessatti argaman keessaa walitti babba’an haala…
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) - Hayyoonni Yuunvarsiitiwwan naannoo Kibbaa keessatti argaman keessaa walitti babba’an haala yeroo biyyaalessaa ilaalchisee magaalaa Turmaatti mari’ataa…
Filannoon marsaa 6 ffaa karaa nagaa fi miilka’aa ta’een akka xumuramuuf ga’een…
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Caffeen Oromiyaa,gamaaggama raawwii hojii bara 2013 fi karoora bara 2014 manneen maree aanaalee fi magaaloota Oromiyaa bakka miseensonni Caffee fi manneen…
Naannoon Amaaraa milishoota leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Naannoon Amaaraa milishoota leenjisaa ture eebbisiiseera.
Koolleejjiin Naannoo Amaaraa milishoota leenjisaa turee eebbisiisu AMK gabaaseera.
Fuula…
Magaalaa Daseetti haala waqtaawarratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) - Haalaa waktawaa biyyattiirratti abbootii amanta magaalaa Dasee keessaa walitti babba’an waliin mariin gaggeeffame.
Waltajjii marii kana…