Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gidduugalli Leenjii Addaa leenjii bu’uuraa loltummaa laachuu eegale
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Gidduugalli Leenjii Addaa leenjii bu'uuraa loltummaa laachuu eegaleera.
Ajajaan gidduugalichaa Koloneel Waaleeliny Taaddasaa, leenjitootaaf haasawaa…
Obbo Dhaabaan Xaafii fi Avookaadoo kilaasteraan misoomaa jiru daawwatan
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Hogganaan Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumaamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dalee Godina Shawaa Bahaatti Xaafii fi Avookaadoo kilaasteraan misoomaa jiru…
Yuunvarsiitichi Lammiilee Kibba Wallootii buqqa’uun Dasee qubataniif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Yuunvarsiitiin Haramayyaa Lammiilee Kibba Walloo Buqqa’uu Magaalaa Dasee Yuunvasriitii Dasee keessa qubataniif deeggarsa meeshaalee taasiisuu…
Hojjettoonni Ejensii Mirkaneessa Madaallii Ga’umsa Ogummaa Oromiyaa Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf…
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Hojjettoonni Ejensii Mirkaneessa Madaallii Ga’umsa Ogummaa Oromiyaa Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf miindaa ji'a 1 deeggarsaan laachuuf waadaa…
ABUT fi Shaneen nageenya biyyaa balaarra akka hin buufneef murannoon hojjetamaa jira- obbo Dassitaa…
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - ABUT fi Shaneen nageenya biyyaa balaarra akka hin buufneef Mootummaa fi Uummaanni murannoon hojjechaa jiraachuu Preezdaantiin Naannoo Sidaamaa…
Addabaabayiin Masqalaa tajaajila dhaabbii Konkolaattootaa laachuu eegale
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Qaama Proojektii Addabaabayii Masqalaa kan ta’e iddoon dhaabbii konkolaattootaa sa’aatii 24f tajaajila laachuu eegaluu Giddugalli Dhaabbata…
Dirree Dawaatti manneen barnootaa dhuunfaa galmee kamiiyyuu akka hin gaggeessine murtoon darbe
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Biiroon Barnootaa bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa manneen barnootaa dhuunfaa galmee kamiiyyuu akka hin gaggeessine murtoo dabarse.
Manneen…
Ummanni naannoo Oromiyaa biyyattii badirraa baraaruuf RIBtti makamuun hirmaannaan taasisaan seenaa…
Finfinnee, Hagayya 10, 2013(FBC)- Ummanni naannoo Oromiyaa qabeenya maallaqaa fi akaakuun gumaachuurra darbee hanga raayyaa ittisa biyyaatti makamuutti hirmaannaan taasise seenaa addaa ta’ee…
Hoggansii fi Hojjettoonni Ministeera Maallaqaa Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Hoggansii fi Hojjettoonni Ministeera Maallaqaa mata duree ‘Dhiiga Keenyaa Raayyaa Ittisaa keenyaaf’ jedhuun Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjoomaniiru.…
Ogeeyyiin Aartii Godina Walloo Kibbaatti argamuu deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf qaban ibsan
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Ogeeyyiin Aartii Godina Walloo Kibbaa fi Magaalaa Finfinnee irraa walitti babba'anii godina Walloo Kibbaa ganda Golbootti argamuun deegarsa qabanii…