Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aanaa Burqaa Dhintuutti Hoggansi Aanaa fi Hojjattoonni Mootummaa mindaa ji’a 1 RIB deeggarsa…
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Godina Harargee Lixaa Aanaa Burqaa Dhintuutti Hoggansi Aanaa fi Hojjattoota mootummaa aanichaa marii haala yeroo irratti guyyaa har'aa gaggeessaniin…
Magaalaa Bureetti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 9 olii darbe
Finfinnee, Hagayya 10, 2013(FBC)- Naannoo Amaaraa magaalaa Bureetti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 9 olii darbeera.
Balichii magaalaa Buree ganda 03tti qaqqabuu ragaan…
Jilli obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu godina Arsii aanaa Heexoosaatti hojii misooma kilaastera Qamadii…
Finfinnee, Hagayya 10, 2013(FBC)- Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenyaa Uumaamaa Obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu godina Arsii aanaa Heexoosaa ganda Haxxee Handoodeetti hojii misooma…
Miseesoonni liigii dubartootaa fi kookasii dubartootaa raayyaa ittisa cinaa akka dhaabbataan ibsan
Finfinnee, Hagayya 10, 2013(FBC)- Mana maree bakka bu’oota ummataatti miseensoonni liigii dubartootaa fi kookasii dubartoota waamicha biyyaa baraaruu fudhachuun raayyaa ittisa cinaa akka…
Aanaa Dabra Libaanoositti roobni cimaan cabbii makatee roobeen miidhaan qonnaan bulaarratti miidhaa…
Finfinnee, Hagayya 10, 2013(FBC)- Godina Shawaa aanaa Dabra Libaanoositti roobni cimaan cabbii makatee roobeen miidhaan qonnaan bulaarratti miidhaa geessiseera.
Aanichatti guyyaa…
Dooktar Alamuu Simee Naannoo Amaaraa godina Walloo Kibbatti argamuun loltoota Raayyaa Ittisa Biyyaa…
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Sadarkaa Ministiraatti, Qindeessan Ijaarsa Sirna Diimookiraasii mootummaa Federaalaa Dooktar Alamu Simeen Naannoo Amaaraa godina Walloo Kibbatti…
Humni garee ABUT adda Afaariin haleellamaa jira
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Humni garee ABUT adda Afaariin haleellamaa jiraachuu ibsameera.
Humni garee shororkeessaa ABUT karaa Afaar aanaalee 4n seenuuf yaalaa tureerratti…
Dooktar Warqinaan Afrikaa Bahaatti ergamaa Addaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Barreessaa olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afarikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoo Afrikaa Bahaatti ergamaa Addaa Ameerikaa Jeefirii Fiiltimaan…
Godina Harargee Bahaatti bara kana qonna Arfaasaan lafa hektaara kuma 65 qotuuf karoorfamee…
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Godina Harargee Bahaatti bara kana qonna Arfaasaan lafa hektaara kuma 65 qotuuf karoorfamee hektaara kuma 47 oomisha adda addaan uwwisuun…
Daandii Gammoojji sulula laga Abbaayyaarratti balaa sisiga dhagaa mudaatee banuuf taattaaffiin…
Finfinnee, Hagayya 10, 2013(FBC)- Daandiin ba’umsa Salaaleen gara Goojjam geessu Gammoojji sulula laga Abbaayyaa iddoo addaa Filiqliq jedhamutti balaa sigiga dhagaa muudateen banuuf…