Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Saahiwarq Ministira Ministeera Dhimma Alaa Taanzaaniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee Ministira Ministeera Dhimma Alaa Taanzaaniyaa Libeertaa Mulaamulaan waajjira isaaniitti simachuun mari’ataniiru.…
Ityoophiyaan ijaarsa Hidha Haaromsaa gara Misoomaatti jijjiiruun jiruu fi jireenya lammiilee…
Finfinnee, Hagayya 7,2013 (FBC) - Fooraamiin Hundeeffama Yuunvarsiitiiwwan yaa'a laga Awaashii fi Waabee Shabalee Yuunvarsiitiiwwan 11 hirmaachise Yuunvarsiitii Haramaayaatti gaggeeffamaa…
Jimmaatti daldaltoota meeshaaleerratti gatii dabalan 26 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Magaalaa Jimmaatti qaala'iinsa jireenyaan walqabatee daldatootaa waliin guyyaa har'aa mariin taasifameera.
Maricharrattis yeroo amma haala biyyi keessa…
Hoggantoonni fi ogeeyyiin BDHKMNO mana daa’imman maatii hin qabnee ijaaruun harka-qalleeyyis…
Hoggantoonni fi ogeeyyiin BDHKMNO mana daa'imman maatii hin qabnee ijaaruun harka-qalleeyyis gargaaran
Finfinnee, Hagayya 7,2013 (FBC) - Hoggantoonnii fi Ogeeyyii Biiroo…
Ambootti rasaasoonni kumni 1 fi 377 to’annaa jala oolan
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Magaalaa Ambootti rasaasoonni bireenii kumni 1 fi 377 sakattoo taasifameen to’annaa jala oolaniiru.
Rasaasoonni kunneen ambulaansiitti fe’amee wayita…
Preezdaantoonni naannolee Oromiyaa, Gambeellaa fi Beenishaanguul Gumuuz marii gaggeessan
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Preezdaantoonni naannolee Oromiyaa, Gambeellaa fi Beenishaanguul Gumuuz har’a waajjira preezdaantii Mootummaa naannoo Oromiyaatti mari’achuu Sadarkaa Itti…
Dhaabbatichi Birrii biiliyoona 2 mancaatirraa baraaruu beeksiise
Finfinnee, Hagayya 7,2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa to’annoo Hojii Ijaarsaa Ityoophiyaa bara baajataa 2013 adeemsa ijaarsaa keessatti Birrii biiliyona 2 mancaatirraa baraaruu…
Ministeerichi lammiilee miiliyoona 9.2f tajaajila Bishaan dhugaatii fi saaniiteeshii dhiyeessuu…
Finfinnee, Hagayya 7,2013 (FBC) – Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii lammiilee miiliyoona 9.2f tajaajila Bishaan dhugaatii fi saaniiteeshii dhiyeessuu beeksiiseera.…
Ogeeyyii aartii raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisaaniif sagantaan gaggeessaa raawwatamaa jira
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Ogeeyyii aartii raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisaaniif sagantaan gaggeessaa Mana Qopheessaa Magaalaa Finfinneetin raawwatamaa jira.
Sagantaa…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa naannoo Affaariif deeggarsa taasise
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Bulchiinsi Mootummaan Naannoo Oromiyaa gareen shororkeessaa ABUT waraanaa uummattoota naannoo Affaar irratti baneen qe’eesaaniirra buqqaaniif deeggarsa…