Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oggeeyyii Aartii gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf gaggeessaan taasiifame
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) –Oggeeyyii Aartii gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa onnachiisuuf gara wiirtuu leenjii Raayyaa Ittisa Biyyaa Xollaayi fi Awaash Aarbaatti imalaniif gaggeessaan…
Seensa Waldiyaa naannoo Bishaan Gurraachatti waraanni diinaa barbadaa’e jedhame
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC) – Seensa Waldiyaa naannoo Bishaan Gurraachatti waraanni diinaa kutaa waraanaa 31ffaa Birgaadeer Jeneraal Kabbadaa Fiqaaduun durfamuun barbadaa'uu ibsameera.…
Naannoo Gaambeellaatti shakkamtoonni 93 to’annoo jala oolan
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC) –Naannoo Gaambeellaatti guyyoota sadan darban sochii taasiifameen shakkamtoonni 93 to'annoo jala ooluu Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa naannichaa…
Haalli Rooba waqtii gannaa cimee itti fufa jedhame
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC) - Ejansiin Raaga haala Qilleensaa Biyyaalessa Ityoophiyaa haalli Roobaa waqtii gannaa cimee kan itti fufu ta’uu beeksiise.
Ejansichi haala Roobaa hanga…
Manni barnoota Muuziqaa artiist Hacaaluu Hundeessaa eebbifame
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Sirni eebbaa Mana barnoota Muuziqaa artiist Hacaaluu Hundeessaa guyyaa har'aa mooraa Yuunvarsiitii Wallaggaa Keessatti geggeeffameera.
Preezdaantiin…
Aadde Caaltuu Saanii haala tajaajila Olaayinii Komishinii Invastimantii Oromiyaa daawwatan
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC) - Itti Aantuun Preezdaantii fi Qindeessituun Kilaatera Misooma Magaalota Oromiyaa Aadde Caaltuu Saanii haala tajaajila Olaayinii Komishinii Invastimantii…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Geejjibaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Geejjibaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.
Ministir Ministeera Geejjibaa aadde Daagimaawwiit Mogaas,…
Jiraattoonni naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa gocha badii garee ABUT ofirra qolachuu qophii…
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Jiraattoonni naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa gocha badii garee ABUT ofirra qolachuu qophii ta’uu ibsaniiru.
Jiraattoonni godina Walloo Kibbaa aanaa…
Taphoonni Priimayer Liigii Ingilaand bara 2021/22 har’a ni eegala
Finfinnee, Hagayya 7,2013 (FBC) - Taphoonni Priimayer Liigii Ingilaand bara 2021/22 har’a tapha baniinsaa Breentfoord fi Arsenaal gidduutti gaggeeffamuunni eegalama.
Tapha torbee…
Godina Jimmaatti dubartoonni hojjettoota mootummaa raayyaa ittisa deeggarsa Damma taasisan
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Godina Jimmaatti dubartoonni hojjettoota mootummaa fi jiraattoonni magaalaa Ciiraa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Damma taasisaniiru.
Dubartoonni…