Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Mufariyaat ergamaa addaa sagantaa nyaata addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC) –Ministirri Ministeera Nageenyaa Aadde Mufariyaat Kamiil ergamaa addaa daayreektera olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa Raamiiroo Looppeez Daa Siilvaa waliin…
Mootummaan naannoo Hararii naannoo Afaariitti haleellaa lammiilee nagaarra qaqqabe gaddi itti…
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC) – Mootummaan naannoo Hararii naannoo Afaariitti haleellaa gareen ABUT lammiilee nagaa iddoo turtii yeroo keessa turanirra qaqqabsiiseef gaddi itti dhaga'amuu…
Gareewwan shororkeessitoota Shanee fi ABUT hojii badii dhoksaatti raawwataa turan itti fufsiisuuf…
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Gareewwan shororkeessitoota Shanee fi ABUT hojii badii dhoksaatti raawwataa turan itti fufsiisuuf waliigaluu beeksisaniiru.
Mana Maree Bakka Bu’oota…
Kaayyoon humnoota Juuntaa fi ergamtootaa isaa tokkummaa uummattoota biyyatti ni…
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa haala yeroo irratti addatti OBN waliin turtii taasisaniiru.
Guutuun ibsichaa…
Daandii Baakkoo-Shaambuurratti balaan sigiga lafaa mudate
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Daandii Baakkoo-Shaambuurratti balaa sigiga lafaa mudatee hordofee rakkoo tiraafikaa mudatee furuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame.
Gosti biyyee naannichi…
Naannoo Amaaraa ajjeechaa sukanneessaa garee ABUT lammiilee nagaarratti raawwateef gadda itti…
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Bulchiinsi Mootummaa naannoo Amaaraa ajjeechaa sukanneessaa garee ABUT lammiilee nagaarratti raawwateef gadda itti dhaga’amee ibseeera.
Gareen…
Dhaabbileen miidiyaa idil addunyaa odeeffannoon Ityoophiyaa ilaalchisee tamsaasan madaalawaa kan hin…
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Dhaabbileen miidiyaa idil addunyaa odeeffannoo Ityoophiyaa ilaalchisee tamsaasaa jiran kan waldhahee fi madaalawaa kan hin taanee jechuun Qulqulleessi Ragaa…
Lakkoofsi konkolaattoota midhaan fe’anii magaalaa Maqalee gahaanii 277 qaqqabe
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Konkolaattoonni dabalataa 57 deeggarsa midhaan fe’anii magaalaa Maqalee gahuu Qulqulleessi Ragaa Labsii Yeroo Arifachiisaa beeksiseera.
Baatii…
Biirichi naannoo Oromiyaatti lafti heektarri miiliyoonni 3.4 kilaasteraan misoomaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)-Biiroo Qonnaa fi Qabeenyaa Uumaamaa Oromiyaa naannoo Oromiyaatti lafti heektari miiliyoonni 3.4 kilaasteraan misoomaa jiraachuu ibseera.
Oomisha dhibee fi…
Ijaarsi proojektii daandii Asoosaa- Daalatii gara hojii aspaaltii afuutti ce’e
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Ijaarsi proojektii daandii Asoosaa- Daalatii gara hojii aspaaltii afuutti ce’eera.
Ijaarsi daandichaa hojiin biyyoo guutuufi sireessuu, kan riiqaa,…