Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan Humna Elektirikaan Afrikaa Bahaa walitti hidhuuf hojjetaa jirti
Finfinnee, Hagayya 24, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan qabeenya kuufamaa anniisaa haaroomfaaman qabdu misoomsuun Baha Afrikaa Humna elektirikiin walitti hidhuuf hojjechaa jirti jedhan Ministirri…
Al-ergii omishaalee qonnaa irratti xiyyeeffannoo olaanaan ni hojjetama- Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Hagayya 23, 2017(FMC)- Pireezidaantiin Mootummaan Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan al-ergii omishaalee qonnaa irratti xiyyeeffannoo olaanaan ni hojjetama jedhan.
Obbo…
Seenessi Afrikaa Afrikaanotaan addunyaaf ibsamuu qaba-Hayyoota
Finfinnee, Hagayya 23, 2017(FMC)- Hayyoonni Gaazexeessummaafi Kominikeeshinii Seenessi Afrikaa Afrikaanotaan hawaasa addunyaaf ibsamuu qaba jedhan.
Yaa’iin idil-addunyaa Faanaa Miidiyaa…
Miseensonni Poolisii Qarqara Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa eeguuf bobba’an eebbifaman
Finfinnee, Hagayya 23, 2017 (FMC) – Geejjibni Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa Poolisii Federaalaa waliin ta’uun miseensota Poolisii Qarqara Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa eeguuf…
Dargageessi qabeenya naannoo isaa jiru fayyadamee jijjiiramuu danda’a – Obbo Dammaqaa Abeeboo
Finfinnee, Hagayya 23, 2017(FMC) – Obbo Dammaqaa Abeeboono jiraataa Godina Hadiyyaa magaalaa Hosaa’inaati.
Akkuma dargaggoota naannoo isaanii gara Afrikaa kibbaatti yeroo adda addaatti…
Oromiyaatti teeknooloojii addunyaan fayyadamaa jirtutti fayyadamuun kunuunsi midhaanii eegalame- BQO
Finfinnee, Hagayya 23, 2017(FMC)- Oromiyaatti teeknooloojii addunyaan itti fayyadamaa jirtutti fayyadamuun kunuunsi midhaanii eegalameera jedhe Biiroon Qonnaa Oromiyaa.
Biirichi…
Sirna Faayinaansii fayya qabeessa ta’e ijaaruuf hirmaanaa damee dhuunfaa guddisuun murteessadha –…
Finfinnee, Hagayya 23, 2017 (FMC) – Afrikaatti Sirna Faayinaansii fayya qabeessa ta’e ijaaruuf hirmaanaa damee dhuunfaa guddisuun murteessaadha jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo…
Gochaa qabeenya yakkaan argaman seera qabeessa fakkeessuun dhiyeessuu ittisuuf hojjetamuu qaba –…
Finfinnee, Hagayya 23, 2017 (FMC) – Gochaa qabeenya yakka malaammaltummaan argaman seera qabeessa fakkeessuun dhiyeessuu ittisuuf caalmaatti hojjetamuu qaba jedhan Itti Aanaan Ministira…
Pireezidaantii Itti Aanaan Bootiswaanaa Finfinnee galan
Finfinnee, Hagayya 22, 2017 (FMC)- Pireezidaantii Itti Aanaan Bootiswaanaa Nidaabaa Nikoozinaatii guyyaa har’aa Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantii Itti aanaan kun wayita Buufata…
Itiyoophiyaan hojii dippilooomaasiin dandeettii falmachuu ishee mul’ise Hidha Haaroomsaan…
Finfinnee, Hagayya 22, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan hojii dippilooomaasiin dandeettii mirga ofiif falmachuu Addunyaaf mul’ise Hidha Haaroomsaan hojjetteetti jedhan Hayyoonni.
Itiyoophiyaan…