Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonnii fi hojjettoonni abbaa taayitaa miidiyalee Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga…
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa barbaachisaa taasisuuf muranneerra jechuun hoggantoonnii fi hojjettoonni abbaa taayitaa miidiyaalee Ityoophiyaa…
Rasaasoonni kumni 5 ol garee shororkeessaa ABUT qaqqabuuf turan to’ataman
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)-Ajajni kaabaa rasaasoota kuma 5 ol garee shororkeessaa ABUT qaqqabuuf turan to’annaa jala oolchuu beeksiseera.
Bakka bu’aan hordoffii humna duula…
Naannoo Oromiyaatti koreen komaandi poostii tasgabbii gabaa hundaa’ee sochii eegale
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti koreen komaandi poostii tasgabbii gabaa hundaa’ee sochii eegaleera.
Koreen kun haala qabatamaa yeroo ammaatin gatiin meeshaalee…
Jiraattoonni kutaa magaalaa Kolfee Qaraniyoo raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 85…
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Jiraattoonni magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Kolfee Qaraniyoo raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 85 ol taasisaaniiru.
Jiraattoonni…
Hojiiwwan daldalaa alaa fooyyeessuuf hojjetamaniin galiin doolaarri Ameerikaa biiliyoonni 3.6 argame
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Bara baajata 2013 Hojiiwwan daldalaa alaa fooyyeessuuf hojjetamaniin galiin doolaarri Ameerikaa biiliyoonni 3.6 argamu Ministeerri Daldalaa fi…
Naannoo Harariitti bu’uraaleen misoomaa fayyaa Birrii miiliyoona 19.3 ijaarramaan eebbifaman
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Naannoo Harariitti bu’uraaleen misoomaa fayyaa Birrii miiliyoona 19.3 ijaarramaan eebbifamaniiru.
Naannichatti jilli preezdaant Ordiin Badiriin…
Gareen shororkeessaa ABUT haleellaa Gaalikoomaatti raawwate hordofee guyyoota sadiif gaddi labsamu…
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Naannoo Affaariitti gareen shororkeessaa ABUT haleellaa Gaalikoomaatti raawwatee hordofee guyyoota sadiif gaddi labsamuu ibsameera.
Gareen…
Hiriirri deeggarsa Raayyaa ittisa biyyaa fi balaaleffannaa garee ABUT godina Harargee Bahaatti…
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Hiriirri deeggarsa Raayyaa ittisa biyyaa fi balaaleffannaa Garee ABUT Godina Harargee Bahaatti gaggeeffamaa jira.
Hiriirri Aanaalee godinichaa 20 fi…
Naannoo Amaaraatti humnoonni adda leenjii hundagalessaa leenji’aa turan ebbiifaman
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Komishiniin poolisii naannoo Amaaraa humnoota adda leenjii hundagalessaa leenjisaa ture ebbisiiseera.
Garee shororkeessaa ABUT gochaa badii…
Birshalaqootti sirni baniinsa leenjii loltummaa marsaa 34ffaa gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Manni Barnootaa loltummaa bu’uraa fi leenjii Birshalaqoo sirni baniinsa leenjii loltummaa marsaa 34ffaa gaggeeseera.
Sirna eebbichaarratti haasa…