Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Imbaasichi tajaajila idilee laachurratti argama – Ambaasaaddar Futsum Araggaa
Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) – Imbaasiin Ityoophiyaa Ameerikaa Waashingitan DCtti argamu tajaajila idilee laachaa jiraachuu Ameerikaatti Ambaasaaddari Ityoophiyaa Futsum Araggaan…
Yuunvarsiitiin Jimmaa ogeeyyii yaala Fayyaa tajaajila yaala Fayyaa laachuuf gara adda waraanaa…
Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitii Jimmaatti Inistiityuutiin Saayinsii Fayyaa ogeeyyii yaala Fayyaa kaka'umsa isaaniin tajaajila yaala Fayyaa laachuuf gara adda waraanaa imalan…
Harargee Lixaatti Proojektoonni garaagaraa eebbifaman
Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) - Harargee lixaa Aanaa Odaa Bultumitti proojektoonni garagaraa 7 Birrii miiliyoona.40 oliin hojjatamaa eebbifaman.
Godina Harargee Lixaa Aanaa Odaa…
Naannoo Harariitti ijaarsi Proojektii Bishaan dhugaatii fi misooma jallisii Birrii miiliyoona 26…
Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) - Preezdaantiin bulchiinsa mootummaa naannoo Hararii obbo Oordiin Badiriin ijaarsa Proojektii Bishaan Dhugaatii fi misooma jallisii Birrii miiliyoona 26…
Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 56 taasisuuf…
Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC)- Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 56 taasisuuf waada galeera.
Dhaabbatichi kana duraa duula…
Aadde Adaanach Abeebee daa’ima guddifachaan guddisan fuudhan
Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee daa’ima guddifachaan guddisan fuudhaniiru.
Daa’ima guddifachaaf fuudhaniis Dibooraa…
Ibsa haala yeroo fi waamicha biyyooleessaa
Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC)- Waajjirri Muummee Ministiraa ibsa laateen Ityoophiyaan qormaata barootaaf ishee qunnamaa turee fi humnoota badii ishee muudatan hunda injifachuun kabajamtee…
Lagni Awwaash guutuu hordofee naannoo Affaar Asaa’ittaatti balaan qaqqabe
Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC)- Lagni Awwaash guutuu hordofee naannoo Affaar Asaa’ittaatti balaan qaqqabeera.
Naannichatti lafa heektaara 350 irraa balaa akka qaqqabee Biiroon ittisa…
Hoggantoonni garee shororkeessa ABUT ijoollee harka qalleeyyii haadhoolisaaniirra butuun waraanaaf…
Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC)- Ijoolleen isaanii biyya alaa kan jiraataan hoggantoonni gareen Shororkeessa ABUT ijoollee harka qalleeyyii haadhoolisaaniirra butuun waraanaaf hirmaachisuu…
Gareen shororkeessaa ABUT iddoowwan gaheetti ajjeecha jumlaa raawwateera-Preezdaant Awwal Arba
Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Affaar obbo Awwal Arbaa Gareen shororkeessaa ABUT iddoowwan gaheetti ajjeecha jumlaa raawwateera jedhan.
Gareen shororkeessaa…