Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Leencoo Baatii Ministir Deettaa Ministira Alaa Saa’uda Arabiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) - Saa’ud Arabiyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Leencoo Baatii Ministireera Dhimma Alaa Saa’uda Arabiyaatti Ministir Deettaa Dhimmoota Afrikaa Ahimaad…
Biirichi raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 12.8 taasise
Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC)- Biiroon Dubartootaa, Daa’immaanii fi Dargooggata naannoo Oromiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 12.8 taasiseera.
Deeggarsicha…
Hojjettoonnii fi Hoggantoonni Ministeera Barnootaa mindaa isaanii % 50 – 100 Raayyaa Ittisaaf…
Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) – Hojjettoonnii fi Hoggantoonni Ministeera Barnootaa mindaa isaanii % 50 – 100 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisuuf murteessuu Ministeerichi…
Horsiisee bultoonni Godina Booranaa deeggarsi Raayyaa Ittisaaf taasiisan itti fufuu ibsameera
Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Horsiisee bultoonni Godina Booranaa sangootaa 59 fi Re'oota 300 Raayyaa Ittisaaf deeggarsi taasiisan gara adda waraanaa imalaa jiraachuu ibsameera.…
Dhaabbatichi naannoo Afaaritti ajjeechaa lammiilee nagaa 200 olirratt raawwatame balaaleeffate
Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Dhaabbanni deeggarsa yeroo ariifachii daa’immanii idil addunyaa naannoo Afaaritti ajjeechaa lammiilee nagaa 200…
Naannoo Afaariitti lammiilee nagaa gareen ABUT miidhaa irra qaqqabsiise 48f hordoffiin yaalaa…
Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Naannoo Afaariitti lammiilee nagaa gareen ABUT miidhaa irra qaqqabsiise 48f hordoffiin yaalaa taasiifamaa jiraachuu ibsameera.
Lammiilee nagaa gareen…
Ministeerichi naannoo Afaaritti ajjeechaa daa’immanirratti raawwatamaa jiru balaaleeffate
Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Ministeerri Dhimma Dubartoota, Daa’immanii fi Dargaggootaa naannoo Afaaritti ajjeechaa gareen Shororkeessaa ABUT daa’immanirratti raawwatachaa jiru…
Godina Jimmaatti harka qalleeyyiif deeggarsi taasiifame
Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Sirna beekkamtii kennuu fi gammagama raawwii hojii mootummaa aanaalee godinaa Jimma guyyaa gaggeffamerraatti harka qalleeyyiif deeggarsi tasiffamerra.…
Meeshaaleen waraanaa gabaa seeraan alaarratti gurguramuuf turan to’ataman
Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Rasaasnii fi shugguxiiwwan seeran alaa gabaarratti gurguramuuf turan to’atamuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiise.
Eeruu ummata bu’ura…
Mannneen Barnootaa sadarkaa 2ffaatti sagantaa nyaata barattootaa eegalchiisuuf qorannoon gaggeeffama…
Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Mannneen Barnootaa sadarkaa 2ffaa keessaatti sagantaa nyaata barattootaa eegalchiisuuf qorannoon gaggeeffamaa jiraachuu…