Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojjettoonni Ministeera Bishaan, Jallisii fi Iinarjii fi Dhaabbileen waamamtootaa mindaa ji’aa 1…
Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) - Hojjettoonni fi hoggantoonni Ministeera Bishaan, Jallisii fi Iinarjii, Komishinii Misooma Jallisii fi Komishinii Misooma Bishaanii mindaa ji’aa 1 Raayyaa…
Jiraattoonni Godina Baalee Bahaa Sangoota 90 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) - Jiraattoonni Godina Baalee Bahaa magaalaa Gindhiir Sangoota 90 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Baalee Bahaa Magaalaa Gindhiiritti hirirri…
Hariiroon cimaa seenaa fi amantaa Ityoophiyaa fi Isiraa’eel gidduu ture walitti dhufeenya daldalaa…
Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Hariiroon cimaa seenaa fi amantaa Ityoophiyaa fi Isiraa’eel gidduu ture walitti dhufeenya daldalaavfi invastimantii biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuuf…
Namoota qabeenya isaanii galmeessisan keessaa % 47 ragaa dogongoraa kan galmeessisiisan ta’uu ibsame
Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Bara 2013 namoonni qabeenya isaanii galmeessiisan ragaan laatan dhugaa ta’uu hojii mirkaneessuu hojjetameen % 47 ragaa dogongoraa kan galmeessiisan ta’uu…
Yuunivarsiitiin Jigjiigaa barattoota kuma 2 fi 600 ebbise
Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Yuunivarsiitiin Jigjiigaa Damee barnootaa garaagaraatiin barattoota kuma 2 fi 600 barsiisaa ture ebbise.
Saganticha irratti…
Daa’iimman kuma 10 fayyadamaa kan taasisu Imalli gaaruummaa jalqabame
Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Daa'iimman kuma 10 fayyadamaa kan taasisu "Harkii gaariin ijoollee Itoophiyaaf" imalli gaaruummaa jalqabame.
Sagantichi…
Qubannaan bosona uumamaa keessatti babal’atee fala argachuu qaba – bulchaa Itti aanaan…
Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Qubannaan seeraan alaa bosona uumamaa keessatti babal'atee jiru bara 2014 guutummatti fala argachuu qaba jedhan bulchaa Itti aanaan godina…
Jiraattonni fi dhalattoonni magaalaa Asallaa hojii tol ooltummaa raawwatan
Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Qindeessummaa mana maree daldalaa fi Waajjira Daldalaafi Industirii magaalaa Asallaatiin jiraattonni fi dhalattoonni magaalaa Asallaa…
Wareegama kamiinuu Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa ni hiriirra- jiraattota Godina Horroo Guduruu…
Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)-Gantuu garee TPLF balaaleffachuun wareegama kamiinuu gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa keenya cinaa ni hiriirra jedhan jiraattonni Godina…
Raayyaan Ittisa biyyaa gaachana nageenya keenyaati- Jiraattota Godina Harargee Lixaa
Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Hiriirri Deeggarsa Rayyaa Ittisa biyyaa fi balaaleeffannaa garee TPLF Godina Harargee Lixaatti gaggeeffame.
Hiriirri Aanaalee…