Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitiin Diillaa fi Yuuniversitiin Riift Vaalii kaampaasii Jimmaa barattoota eebbisan
Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Diillaa barattoota gosa garagaraatiin barsiisaa ture kuma 3 fi 468 eebbise jira.
Yuunvaarsitiichii sirna baruufi…
Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa waan barbaachisu hundaan ni tumsina – Jiraattonni Godina…
Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa waan barbaachisu hundaan ni tumsina jedhan Jiraattonni Godina Booranaa.
Jiraattonni Aanaalee…
Hanga juuntaan barbadooftutti waan hundumaan Raayyaa ittisa biyyaa cinaa ni hiriira- Jiraattota…
Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Jiraattonni Magaalaa Naqamteefi aanaalee Godina Wallagga Bahaa hiriira nagaa bahanii gocha juuntaan biyya diiguuf hojjechaa jiru…
Misooma keenya hojjachaa dinoota keenya ni barbaddeessina-Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Misooma keenya hojjachaa dinoota keenya ni barbaddeessina jedhan Pireezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa,…
Itiyoophiyaa wareegama keenyaan ijaaramte wareegama keenyaan ni eegganna- Hawaasa Magaalaa Finfinnee…
Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Gocha badii garee shororkeessaa ABUT balaaaleeffachuu fi Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa dhaabbachuuf agarsisuuf hawaasni Magaalaa Finfinnee fi…
Nuti Ijoollee Gootota Adawaati-Hawaasa Magaalaa Finfinnee fi Godina Addaa
Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Hawaasni Magaalaa Finfinnee fi Godina Addaa Oromiyaa Naannoo Finfinne garee shororkeessaa TPLF balaalleeffachun dhaadhannoowwan garaagaraa…
Ummanni Itoophiyaa mootummaa isaa filateera, mootuummaa ergamtuu hin barbaadu- Adde Adaanach…
Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Ummanni Itoophiyaa mutummaa isaa filateera, mutuummaa ergamtuu hin barbaadu jedhan Kantiibaa itti aantuu Magaalaa Finfiinnee Adde…
Hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi balaaleeffannaan garee shororkeessa TPLF magaalaa…
Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)-
Hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi balaaleeffannaan garee shororkeessa TPLF magaalaa Finfinneetti gaggeeffama jira.
Gocha badii…
Yuunvarsiitiin Jimmaa hayyoota 6’f profeesarummaa guutuu laate
Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Jimmaa hayyoota 6’f profeesarummaa guutuu laateera.
Yuunvarsiitichi haayyoota hojii barsisummaa ciminaan raawwatanii fi hawaasaaf shooraa…
Namoonni dhuunfa Birrii biiliyoona 2 ol sanadaa sobaatin baankiidhaa baasuuf yaalan to’annaa jala…
Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Namoonni dhuunfa Birrii biiliyoona 2 ol sanadaa sobaatin baankiidhaa baasuuf yaalan to’annaa jala ooluu Komishinii Poolisii Federaalaa beeksisee.…