Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimad atileet Lattasanbat Gidaay medaaliyaa Ityoophiyaaf argamsiisuusheef baga…
Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad atileet Lattasanbat Gidaay medaaliyaa Ityoophiyaaf argamsiisuusheef baga gammaddan jedhaniiru.
Dooktar Abiy…
Finfinneetti guyyaa boruu hiriirri deeggarsa raayyaa ittisa biyyaa fi balaaleeffannaan garee…
Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti guyyaa boruu hiriirri deeggarsa raayyaa ittisa biyyaa fi balaaleeffannaan garee shororkeessa ABUT ni gaggeeffama jedhameera.…
Koolleejjiin Innaat damee shaashamannee barattoota sagantaa digrii fi gulantaan barsiisaa ture 1800…
Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Koolleejjiin Innaat Damee shaashamannee barattoota sagantaa digrii fi gulantaan barsiisaa ture 1800 eebbisisiieera.
Barattoonni eebbifaman gosa barnoota…
Jiraattoonni magaalaa Mattuu hiriira deeggarsa RIB fi garee shororkeessaa ABUT tiin balaaleeffatan
Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Jiraattoonni godina Iluu Abbaa Booraa godina Mattuu hiriira deeggarsa Raayyaa Iittisa Biyyaa fi garee shororkeessaa ABUT tiin balaaleeffataniiru.…
Giddugallii Aadaa Kaafaa Finfinneetti ijaarramuufi
Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Giddugallii Aadaa Kaafaa Finfinneetti ijaarramuufi jedhame.
Ijaarsa gidduchalichaaf kan ooluu sirni bakka ijaarsa walharkaa fuuchuu magaalaa Finfinneetti…
Qonna indaastirittii fi qonnaan bulaa gara invastaratti ceesisuu gurmaa’insa qonnaan bulaa…
Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Hogganaan Biiroon Qonnaa Qabeenya Uumaama Obbo Dhaabaa Dabalee Qonna Indaastiritti fi Qonnaan bulaa invastaratti ceesisuu gurmii qonnaan bulaa jabeessuun…
Yuunvarsiitiin Waachamoo barattoota dameewwan garagaraan leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Waachamoo barattoota muummee garagaraatin leenjisaa ture kuma 3 fi 134 eebbisiiseera.
Yuunvarsiitiin Wachamoo barattoota dameewwan…
Komishiniin Gumurukaa raawwii karoora 2013 fi baajata 2014 irratti marii taasisaa jira
Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Komishiniin Gumurukaa Federaalaa raawwii karoora 2013 fi baajata 2014 irratti magaalaa Hawaasaatti marii taasisaa jira.
Waltajjicharratti komishinarri…
Dirree Dawaatti guutinsa bishaanii hidha haaromsaa marsaa 2ffaa ilaalchisee mariin paanaalii…
Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Magaalaa Dirree Dawaatti guutinsa bishaanii hidha haaromsaa guddichaa Ityoophiyaa marsaa 2ffaa ilaalchisee mariin paanaalii gaggeeffamaa jira.
Marii…
Koolleejjiin Poolisii Oromiyaa Humna Poolisii waggoota lamaaf leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Koolleejjiin Poolisii Oromiyaa Humna Poolisii Waggoota lamaaf leenjisaa ture eebbisiseera.
Sirna eebbichaarratti haasawaa kan taasisaan daayreektarri…