Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitiin Jimmaa barattoota gosa garagaraatin barsiisaa kuma 3 fi 388 ture eebbisiisa jira
Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Jimmaa barattoota gosa garagaraatin barsiisaa kuma 3 fi 388 ture eebbisiisa jira.
Sirni eebbichaa galma siiviikii artiis Hacaaluu…
Gareen Shororkeessaa ABUT haleellaa raawwachuun jireenya lammiilee akka gaaga’u mootummaan hin…
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC) –Gareen Shororkeessaa ABUT naannoo Tigraay irra darbee naannolee olaarratti haleellaa dabalataa raawwachuun jireenya lammiilee akka gaaga'u mootummaan…
Kitaabni seenaa jireenyaa fi hojiilee Preezdaantii duraanii Dooktar Mulaatuu Tashoomarratti…
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC) –Kitaabni seenaa jireenyaa fi hojiilee Preezdaantii FDRI duraanii Dooktar Mulaatuu Tashoomarratti xiyyeeffate eebbifameera.
Kitaabichi Barreessaa…
Bara 2014 yaaliin sirna barnootaa haaraa ni eegalama jedhame
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC) – Bara barnootaa 2014 manneen barnootaa filataman keessatti yaaliin sirna barnootaa haaraa hojiitti hiikuu kan eegalamu ta'uu Ministeerri Barnootaa…
Dubartoonni aanaa Dabra Libaanoos raayyaa ittisa biyyaaf gala qopheessan
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Dubartoonni Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Dabra Libaanoos raayyaa ittisa biyyaaf gala qopheessaniiru.
Aaniichatti Jarmiyaleen dubartootaa…
Humnoonni Ityoophiyaa fi raayyaan ittisa biyyaa Somaaliyaa tarkaanfii waloon fudhataniin garee…
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Kibbaa Lixaa Somaaliyaatti Humnoonni Ityoophiyaa fi raayyaan ittisa biyyaa Somaaliyaa tarkaanfii waloon fudhataniin garee Alshabaabiin barbadeessuu…
Gareen Shororkeessa ABUT kuusaa midhaanii gube
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Dhaabbanni garee Shrorkeessaa ABUT deeggarsa ittifameera jedhu kuusaa midhaanii gubuun isaa ibsameera.
Mootummaan murtoo dhukaasaa dhaabuu dabarsee…
Hoggantoonni olaanoo bulchiinsa magaalaa Finfinnee raayyaa ittisa biyyaaf miindaasaanii baatii…
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Hoggantoonni olaanoo bulchiinsa magaalaa Finfinnee raayyaa ittisa biyyaaf miindaasaanii baatii tokkoo laachuu waada galaniiru.
Itti aantuun kantiibaa…
Dargaggoota godina Jimmaa raayyaa ittisa biyyaatti makamaniif gaggeessaan taasifame
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Dargaggoota godina Jimmaa raayyaa ittisa biyyaatti makamaniif gaggeessaan taasifameera.
Dargaggoota Godina Jimmaa fi Magaalaa Jimmaa 1500 ol ta'an…
Konkolaattoonni fe’umsa 63 deeggarsa dabalataa fe’an magaalaa Maqalee galan
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Konkolaattoonni fe’umsa 63 deeggarsa dabalataa fe’an magaalaa Maqalee galuu Qulqulleessii Ragaa Labsii Yeroo Ariifachisaa beeksiseera.
Kanaafis…