Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Karaa adda ta’een uummata tajaajiluu qabna- Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaa
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)-Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaa raawwii olaanaa galmeessiisuu ibsameera.
Itti aanaan daayrikteera olaanaa abbaa taaytichaa obbo Abarraa…
Gareen shororkeessaa ABUT magaalaa Laalibalaa seenee raayyaa ittisa biyyaa fi humna adda…
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Gareen Shororkeessaa ABUT magaalaa Laalibalaa seenee raayyaa ittisa biyyaa fi humna adda naannichaatin rukutamaa jira.
Naannoo Amaaraa magaalaa…
Bootteen boba’aa fe’ee Finfinneerraa gara daandii Sulultaatti imalaa ture boolla seene
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Konkolaataan Boottee boba’aa fe’ee Finfinneerraa gara daandii Sulultaatti imalee ture boolla seenuu Naannoo Oromiyaatti kutaan gabaasaa fi…
Lammiin hundi Raayyaa Ittisa Biyyaa akka deeggaruu qabu Koreen qabeenya walitti qabu waamicha…
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa hundi Raayyaa Ittisa Biyyaa akka deeggaruu qabu Koreen qabeenya walitti qabuu waamicha dhiheessera.
Lammiin Ityoophiyaa hundi…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni Paartii Badhaadhinaa Olaanaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf miindaasaanii…
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni Paartii Badhaadhinaa Olaanaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf miindaasaanii baatii tokkoo laataaniiru.
Hoggantoonnii fi…
Olompikii Tookiyoo har’arratti atileetoonni Ityoophiyaa sadii dorgommi xumuraatti ni hirmaatu
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Olompikii Tookiyoo har’arra meetira kuma 5 dhiirootaa fi meetira 1,500 dubartootaa dorgommiin xumuraa ni gaggeeffama.
Ityoophiyaarraa meetira kuma…
Biirichi Ministeera saayinsii fi dhaabbilee barnoota olaanoo, koolleejjootaa fi yuunvarsiitiiwwan…
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)-Biiroo Barnoota Oromiyaa Ministeera saayinsii fi dhaabbilee barnoota olaanoo, koolleejjootaa fi yuunvarstiiwwan waliin waliigaltee mallatteeseera.…
Hojjeettoonni waajjira Muummee Ministiraa raayyaa ittisa biyyaaf miindaasaanii baatii tokkoo…
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Hojjeettoonni waajjira Muummee Ministiraa raayyaa ittisa biyyaaf miindaasaanii baatii tokkoo laachuuf murteessaniiru.
Hojjeettoonni waajjira…
Manni Maree waloo Paartiileen Siyaasa Ityoophiyaa hawaasa Dippiloomaatikiif ibsa laachaa jiru
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Manni Maree waloo Paartiileen Siyaasa Ityoophiyaa haala waqtaawaa biyyaarratti hawaasa Dippiloomaatikiif Finfinneetti ibsa laachaa jiru.…
Shaqaxaaleen bu’uuraa gatii madaalawaa baasii Birrii biiliyoona 4.2 akka dhiyaataan taasifame
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Shaqaxaaleen bu’uura gatii madaalawaa baasii Birrii biiliyoona 4.2 akka dhiyaataan taasifamuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiseera.…