Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hawaasni odeeffannoowwan sobaa tamsa’aan irraa of eegannoo taasisuu qaba-Ministeera Raayyaa Ittisa…
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Hawaasni odeeffannoowwan sobaa tamsa’aan irraa of eegannoo taasisuu qaba jechuun Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa beeksiseera.
Daayreektarri…
Abudaabitti Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoona 14.3 deeggarsan laatame
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Abudaabitti Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoona 14.3 deeggarsan laatameera.
Lammileen Ityoophiyaa Abudaabii jiraatan gooticha Raayyaa…
Namoonni dhuunfa uffata seeraa poolisii naannoo fi Finfinnee uffachuun yakkaa hanna raawwatan…
Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Namoonni dhuunfa uffata seeraa poolisiin naannoo fi Finfinnee uffachuun yakkaa hanna raawwatan jiraachuu eerrameera.
Namoonni dhuunfa uuffata…
Ameerikaan talaallii vaayrasii koroonaa Doozii miiliyoona 1.2 Ityoophiyaaf taasifte
Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Ameerikaan deeggarsa talaallii vaayrasii koroonaa Doozii miiliyoona 1.2 Ityoophiyaaf taasifteetti.
Mootummaan Ameerikaa deeggarsa talaallii vaayrasii…
Poolisiin magaalaa Dirree Dawaa uffataa seeraa jijjiire
Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Poolisiin Magaalaa Dirree Dawaa uffataa seeraa haaraa miseensiita poolisii haaraa har’a eebbisiiseera.
Uffannaan seerichaa yeroo amma kana ejjennoo…
Godina Harargee Bahaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe
Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Godina Harargee Bahaa magaalaa Cinaaksanitti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbuu poolisiin aanichaa beeksiseera.
Balichi har’a…
Dubartoonni Magaalaa Naqamtee Raayyaa Ittisa biyyaaf galaa qopheessaan
Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Dubartoonni Magaalaa Naqamtee Raayyaa Ittisa biyyaaf galaa qopheessaniiru.
Jaarmiyaaleen dubartootaa kunniin kutaalee bulchiinsa 7 irraa…
ABUT haleellaa naannoo Amaaraa fi Affaariitti raawwateen lammiileen kumni 200 ol buqqa’aniiru…
Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)-Gareen Shororkeessaa ABUT haleellaa naannoo Amaaraa fi Affaariitti raawwateen lammiileen kumni 200 ol buqqa'uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera.…
Koolleejjiin Poolii teeknikaa magaalaa Sabbataa barattoota leenjii garaagaraan leenjisaa ture…
Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Koolleejjiin Poolii teeknikaa magaalaa Sabbataa barattoota leenjii garaagaraan leenjisaa ture 881 eebbisiiseera.
Koolleejjichi barattoota ogummaa…
Naannoo keenyarra saamicha sirnatu ture-Preezdaant Shimallis
Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdisaa naannoo keenyarratti saamicha sirnatu ture jedhan.
Preezdaantichi kana kan jedhaniis…