Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimad hawaasni Raayyaa ittisa Biyyaaf dhiiga akka arjoomu waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad hawaasni Raayyaa ittisa Biyyaaf dhiiga akka arjoomuu fi manneen harka qalleeyyii akka haaromsuu waamicha…
Caffeen Oromiyaa raawwii hojii bara 2013 irratti hojjettoota isaa waliin Magaalaa Adaamaatti…
Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Caffeen Oromiyaa raawwii hojii bara 2013 irratti hojjettoota isaa waliin Magaalaa Adaamaatti mari'ataa jira.
Waltajjiicharratti Af-Yaa'iin…
Baankiin Gadaa yaa’ii hundeeffama isaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Baankiin Gadaa yaa'ii hundeeffama isaa Hoteela Iskaayilaayiititti gaggeessaa jira.
Yaa'iicharratti Preezdaantiin Mootummaan Naannoo Oromiyaa Obbo…
Qaamoleen Ityoophiyaan akka Yuugozlaaviyaa ni diigamti jedhan dogoggora- Tiboor Naazhii
Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Qaamoleen Ityoophiyaan akka Yuugozlaaviyaa ni diigamtii jedhan dogoggora jechuun Ministeera Dhimma alaa Ameerikaatti itti aanaan dhimmoota Afrikaa…
Magaalaa Dirree Dawaatti sagantaan aduu tokkoon biqiltuu kuma 500 dhaabuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Magaalaa Dirree Dawaatti sagantaan aduu tokkoon biqiltuu kuma 500 dhaabuu gaggeeffamaa jira.
Bulchiinsa magaalichaatti gandoota magaalaa fi…
Daandiin lolaa gannaatiin akka hin mancaane hawaasni eegumsaa fi kuunuunsa taasisuu qaba –…
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC) – Daandiin lolaa gannaatiin akka hin mancaane hawaasni eegumsaa fi kuunuunsa taasiisuu akka qabu Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaa waamicha dhiyeesse.…
Yuunvarsiitiin Dambi Doolloo misooma Qurxummiirratti hojjechaa jiraachuu beeksiise
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC) –Yuunvarsiitiin Dambi Doolloo hojii baruu fi barsiisuu cinaatti tajaajila Hawaasummaa fi Qorannoon gosoota Qurxummii filatamanirratti misooma Qurxummii…
Manni Maree magaalaa Dirree Dawaa baajata bara 2014f Birrii biiliyoona 4 ol raggaasiise
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC) – Kaleessarraa eegalee gaggeeffamaa kan ture Yaa'iin Mana Maree magaalaa Dirree Dawaa baajata bara 2014f Birrii biiliyoona 4.8 fi labsiiwwan adda addaa…
Jarmiyaaleen Dubartoota Godina Harargee Lixaa Garbuu Kuntaala 50 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa…
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti Qindeessummaa Jarmiyaalee Dubartootaatiin Aanaalee fi Magaaloota hunda hirmaachisuun Bassoo kuntaala 50 qopheessuun Raayyaa…
Magaalaa Asallaatti dargaggoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC) –Magaalaa Asallaatti dargaggoota waamicha biyyaa fudhachuun Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifameera.
Dargaggoonni birmadummaa biyyaa…