Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Galmeessa maashinoota seeraa alaan nagahee sobaa maxxansaa turan 31 to’atamun ibsame
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Eenyummaa sobaan qabeenya biyyaafi uummataa saamuuf oolaa turan maashiniin gurgurtaa galmeessuu seeraan alaa 31 to’atamuun himame.
Nagaheen…
Hoggantoonni olaanoo magaalaa Finfinnee raawwii hoji bara 2013 fi karoora 2014 irratti marii…
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Hoggantoonni olaanoo magaalaa Finfinnee raawwii hoji bara 2013 fi karoora 2014 irratti marii gaggeessaa jiru.
Marichi magaalaa Adaamaa Galmaa Abbaa…
Miseensonni Poolisii Godina Shawaa kibba lixaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)-Miseensonni Qajeelchaa poolisii godina Shawaa Kibba Lixaa Raayyaa Ittisa Biyyaa ergama walabummaaf wareegama kanfalaa jiruuf dhiiga arjoomaniiru.…
Dhaabbileen alaa kayyoo hundeeffamaniin alaatti socho’aa turan dhorkaman
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Dhaabbileen alaa 3 kayyoo hundeeffamaniin alaatti socho’aa turan baatiiwwan sadiif dhorkamuu Eejansiin Dhaabbilee Hawaasa Siviilii beeksise.…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen badhaafamaan
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen badhaafamaniiru.
Ministeerri Dubartootaa, Maatii fi Daa’immaan Diimokraatik Rippabiliik Koongoo waggatti bara…
Konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe’aan 157 Maqalee ga’aaniiru
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Guyyaa kaleessaa Konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe’aan 157 Maqalee ga’uu Qulqulleessi raga labsii yeroo aarifachiisaa ibse.
Deeggarsoonni…
Ityoophiyaanoonni 79 Yaman, Sana’aarra gara biyyaa deebia’an
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 79 Yaman, Sana’aarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee Yamanitti argaman gara biyyaa deebisuuf tattaaffii taasifamaa jiruun…
Deeggarsa namoomaa naannoo Tigraay guddisuuf mootummaa waliin hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC) –Deeggarsa namoomaa naannoo Tigraay guddisuuf mootummaa waliin walitti dhiyeenyaan hojjetamaa jiraachuu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii…
Hojiin utubaa muka Elektirii konkiriitiitti jijjiiruu eegalame
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC) –Hojiin utubaa muka Elektirii dhaabbiin konkiriitiitti jijjiiruu eegalamuu Tajaajilli Elektirikii Ityoophiyaa ibse.
Iddoolee adda addaatti sababa…
Miseensoonni mana maree magaalaa Finfinnee proojektii Meeggaa ijaarsarra jiru daawwataan
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Miseensoonni mana maree magaalaa Finfinnee proojektii Meeggaa magaalichaatti ijaarsarra jiru daawwataaniiru.
Af Yaa’iin mana maree magaalichaa aadde…