Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni maree naannoo Kibbaa wixinee labsiiwwan adda addaa raggaasise
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummata naannoo Saba fi Sablammoota Kibbaa yaa’ii idile fi waliigala 13ffaa bara hojii 6ffaa marsaa 5ffaa gaggeessa jiruun…
Jiraattoonni godinaalee Walaayittaa fi Hadiyyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisaan
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Jiraattoonni godinaalee Walaayittaa fi Hadiyyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisaaniiru.
Jiraattoonni Godinaalee Walaayittaa fi Hadiyyaa…
Waldaan hojii gamtaa Kutaa magaalaa Addis Katamaatti argaman raayyaa ittisaaf deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Waldaan hojii gamtaa Kutaa magaalaa Addis Katamaatti argaman raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona walakka ol taasisaniiru.…
Sanadoonnii fi maallaqoonni seeraa alaa daddabarfamaa turan shakkamtoota waliin to’annaa jala oolan
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- ABUT Finfinnee hanga Toogoo Caaleetti neetwoorkii diriirsee daddabarsaa maallaqaa seeraan alaa itti fayyadamaa kan turee sanadoonnii fi maallaqoonni…
Waltajjiin mata duree “Ityoophiyaa Baraaruuf nan duula! Eessattuu, yoomiyyuu, waan…
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- "Ityoophiyaa Baraaruuf nan duula! Eessattuu, yoomiyyuu, waan hundaan" mata duree jedhuun Waariin aartii Biiroo Aadaa fi Turiizimii Oromiyaa,…
Jaalleewwan miseensa nageenyaa uummattootaa fi mootummaa Ityoophiyaa cinaa akka dhaabbatan ibsan
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Jaalleewwan miseensa nageenyaa uummattootaa fi mootummaa Ityoophiyaa cinaa akka dhaabbatan ibsaniiru.
Itti aanaan Muummee Ministiraa fi…
ABUT reeffaa miidhamtoota walitti qabun ‘haleellaan jumlaa kan irratti raawwatameedha’ jechuun olola…
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )-Gareen Shoroorkeessaa ABUT reeffaa miidhamtoota walitti qabee fudhachuun ‘haleellaan jumlaa kan irratti raawwatameedha’ jechuun duula olola sobaa…
Hojjettoonni Ministeera Galiiwwanii Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Hojjettoonni Ministeera Galiiwwanii Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.
Gochaa garee shororkeessaa ABUT fashaleessuu fi birmadummaa biyyaa…
Manni Maree Bulchiinsa Dirree Dawaa yaa’ii idilee 47ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Manni Maree Bulchiinsa Dirre Dawaa yaa'ii idilee 47ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessaa jira.
Yaa'icharratti haasaa baniinsaa kan taasisan Itti…
Waanti akka naannootti karoorfamee hanga gadiitti hojiitti hiikamuu qaba-Preezdaant Shimallis
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )-Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan waanti akka naannootti karoorfamee hanga gadiitti hojiitti hiikamuu qaba…