Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Awustiraaliyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC) –Itti aantuun kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Awustiraaliyaa Jeenii Daan waliin mari'ataniiru.…
Naannoon Beenishaanguul Guumuz Birrii miiliyoona 12.5 deeggarsa Raayyaa Ittisaaf walitti qabe
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC) – Naannoon Beenishaanguul Guumuz Birrii miiliyoona 12.5 deeggarsa Raayyaa Ittisaaf walitti qabuu beeksiise.
Naannichatti torbee darbe qofa Birrii…
Manni Maree naannoo Kibbaa baajataa bara 2014 birrii biiliyoona 49 ol raggaasiise
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC) – Manni Maree naannoo Kibbaa baajataa bara hojii 2014f Birrii biiliyoona 49 ol raggaasiiseera.
Baajatichi galii idilee manneen hojii, mana qopheessaa…
Naannoon Kibbaa uffata seeraa humna addaa jijjiire
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC) – Naannoon Kibbaa uffata seeraa humna addaa jijjiiruu Komishiniin Poolisii naannichaa ibse.
Komishinichi har'a bakka miseensonni mana maree fi itti…
Dooktar Abiy Ahimad bu’aa dabalataa Olompiikii Tookiyoorratti argameef erga baga gammaddanii…
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Olompikii Tookiyoo irratti Ityoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira 3000 warra dhiiraatiin Lammeechaa…
Preezdaant Saahilawarq Zawdee bu’aa dabalataa Olompiikii Tookiyoorratti argameef erga baga…
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee bu’aa dabalataa Olompiikii Tookiyoorratti argameef erga baga gammaddanii dabarsaaniiru.
Preezdaantittiin…
Yuunvarsiitiiwwan qorannoo karooraa baajata 2014 irratti leenjii fi gamaaggama magaalaa…
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiiwwan qorannoo karooraa baajata 2014 irratti leenjii fi gamaaggama Yuunvarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinnee waliin ta’uun magaalaa…
Gareen Shororkeessaa ABUT deeggarsi namoomaa naannoo Tigraay akka hin seenneef gufuu uumaa jira…
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Gareen Shororkeessaa ABUT deeggarsi namoomaa naannoo Tigraay akka hin seenneef gufuu uumaa jira jedhameera.
Dhaabbileen deeggarsa namoomaa…
Jilli Obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu Haroo Dandiitti biqiltuu dhaabe
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Jilli hogganaa Biiroo Qannaa fi Qabeenya Uumamaa naannoo Oromiyaa Obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu Haroo Dandiitti hawaasa waliin ta'uun dhaabaniiru.…
Dubartoonni aanaa Tokkee Kuttaayee Raayyaa Ittisa Biyyaaf galaa qopheessaa jiru
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Dubartoonni Godina Shawaa Lixaa aanaa Tokkee Kuttaayee Raayyaa Ittisa Biyyaaf galaa qopheessaa jiru.
Itti gaafatamtuun liigii dubartootaa Godina…