Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koonfaransii sirna nyaataa idil addunyaarratti sagantaan barattoota Magaalaa Finfinneef nyaata…
Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Koonfaransii sirna nyaataa idil addunyaarratti sagantaan barattoota Magaalaa Finfinneef nyaata dhiyeessuu akka muuxannoo gaaritti dhiyaate.…
Torbeen harma hoosisuu Adooleessa 25 hanga Hagayyaa 1, 2013tti ni kabajama
Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Torbeen harma hoosisuu Adooleessa 25 hanga Hagayyaa 1, 2013tti sagantawwan garagaraa fi hubannoo uumuu akka kabajamuu ibsameera.
Ministeera Fayyaatti…
Dargaggoonni mata duree ‘dhiingikoo Ityoophiyaakoof’ jedhuun dhiiga arjooman
Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Dargaggoonni iddoowwan garagaraatti argaman mata duree ‘dhiingikoo Ityoophiyaakoof’ jedhuun dhiiga arjoomaniiru.
Qindeessuummaa waajjira Liigii…
Torbeewwan lamaan darbanitti biyyoota garagaraarra lammiileen kumni 41 ol gara biyyaa…
Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Torbeewwan lamaan darbanitti Saa’ud Arabiyaa fi biyyoota garagaraarra lammiileen kumni 41 fi 485 gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa…
Waltajjiin marii sagantaa fooyya’iinsa sirna haqaa naannoo Oromiyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Waltajjiin marii sagantaa fooyya'iinsa sirna haqaa naannoo Oromiyaa gaggeeffamaa jira.
Waltajjii kanarratti qaamoleen hoggansa mootummaa sadan,…
Ityoophiyaa fi Swiizerlaand gibira irra deddeebii hambisuuf waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa fi Swiizerlaand gibira irra deddeebii dhabamsisuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Waliigalticha Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo…
Poolisiin Federaalaa haala waqtaawaa biyyaarratti komishinaroota poolisii naannoo waliin yaa’ii…
Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Poolisiin Federaalaa Ityoophiyaa haala waqtaawaa biyyaarratti komishinaroota poolisii naannoo waliin yaa’ii aaddaa aariifachisaa gaggeessaa jira.…
Baqattoonni lammiilee Eertiraa Finfinneetti argaman hiriira nagaa gaggeessaan
Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Baqattoonni lammiilee Eertiraa Finfinneetti argaman dhiibbaa fi rakkoo baqattootaa Eertiraanoota naannoo Tigraayiitti argamanirraa gahaa jiru mormuun…
Itti aanaan Barreessaa dhimmoota namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii daawwannaa…
Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)-Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti itti aanaan barreessaa dhimmoota namoomaa fi qindeessaan deeggarsa yeroo aariifachiisaa Maartiin Giraaftiis…
Hooggantootaa fi hojjettoota tajaajila gurguranii fi hannatti bobba’an qulqulleessuun, sirna…
Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)-Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Hooggantootaa fi hojjettoota tajaajila gurguranii fi hannatti bobba'an qulqulleessuun,…