Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Eegumsi naannoo godina Gujii aadaa cimaa kan qabudha-obbo Adimaasuu Daamxoo
Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Dhaabbileen miidiyaa Faanaa Broodkaastiing Koorpooreet dabalatee Televiizhinii Waaltaa fi Waafaan tajaajila lammuummaa godina Gujii magaalaa Adoolaatti…
Obbo Umar Huseen Daayreektara olaanaa Dhaabbata Nyaataa fi Qonna Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Umar Huseen daayreektara olaanaa Dhaabbata Nyaataa fi Qonna Addunyaa Miistar Qu Dongiyuu waliin mari’atan.
Obbo…
Tarkaanfii naannoo Afaar aanaa Araat Iwaa jedhamutti fudhameen gareen ABUT haalan rukutamuu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) –Tarkaanfii cimaa naannoo Afaar aanaa Araat Iwaa jedhamutti fudhameen gareen shororkeessaa ABUT haalan rukutamuu ibsameera.
Hidhattoonni garichaa…
Uumaamni hanga tajaajilan nama tajaajilti – Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) – Uumaamni hanga tajaajilan nama tajaajilti jedhan Preezdaantiin Bulchhinsa mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan sagantaa…
ABUT naannollee ollaarratti itti fufiinsaan qocholaa raawwachaa jira – Biilanee Siyyuum
Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) – ABUT naannollee ollaarratti itti fufiinsaan qocholaa raawwachaa jiraachuu Seekreetariin Waajjirra Muummee Ministiraa Biilanee Siyyuum ibsaniiru.…
Balaan Xiyyaara Jigjigaa gara Dirree Dawaa balali’aa tureerra ga’e miidhaan namarra…
Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) – Balaan Xiyyaara Jigjigaa gara Dirree Dawaa balali'aa tureerra ga'e miidhaan namarraan qaqqabsiise kan hin jirre ta'uu Biiroon Qorannoo Balaa…
Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan dameewwan garaagaraan waliin hojjechuuf fedhii qabaachuu ibsan
Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan dameewwan garaagaraan waliin hojjechuuf fedhii qabaachuu ibsaniiru.
Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…
Gareen shororkessaa ABUT gochaa badiin itti fuufus mootummaan Itoophiyaa kutannoo dhukaasa dhaabu…
Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) – Obbo Dammaqa Makonnin itti aantu barreessitu ijaarsa dhimma siiyaasaa fi nageenyaa dhabbata biyyoota gamtoomani waliin…
Godaantoota Eertiraa Tigiraayi jiranirratti haleellaan raawwatamu akka dhabbatu Ameerikaan…
Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) – Hidhattonni garee shororkeessaa ABUT godaantoota Eertiraa Tigiraayi jiranirratti haleellaa raawwachaa jiran akka dhaban Ameerikaan…
Torban kana haalli qilleensaa hurrii qabu ni mudata – Ejansii Meetirooloojii Biyyaalessaa
Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) – Torban kana haalli qilleensaa hurrii qabu akka mudatu raagni haala qilleensaa akka agarsiisu Ejansii Meetirooloojii Biyyaalessaa…