Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiratoonnii kutaa Bulchinsa Magaala Lammii Kuraa raayyaa ittisa biyyaatif dhiiga arjooman
Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) –Jiratoonnii Magaalaa Finfinnee kutaa Bulchinsa Magaala Lammii Kuraa raayyaa ittisa biyyaatif dhiiga arjooman.
Ittii gaafataman…
Ministirri Dhimma alaa Aljeeriyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) – Ministirri Dhimma alaa Aljeeriyaa daawwannaa hojiitif Finfinnee galaniiru.
Deetaan ministeera dhimma alaa Ambaasaddar…
Jilli Garee Atleetiksii Ityoophiyaa marsaa 3ffaan halkan eda gara Tookiyootti imale
Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) –Jilli Garee Atleetiksii Ityoophiyaa marsaa 3ffaan halkan eda gara Tookiyootti imaleera.
Marsaa kanaan Atleetoonni fageenya meetira 800 ,kuma1 fi 500,…
Faanaa dabalatee dhaabbileen miidiyaa biroo magaalaa Nageelleetti tajaajila tola ooltummaa Gannaa…
Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) – Faanaa Broodkaastiingi Korporeet dabalatee EBC, Waaltaa fi dhaabbileen miidiyaa biroo magaalaa Nageelleetti tajaajila tola ooltummaa Gannaa…
Preezdaant Saahilawarq Roozmarii Diikaarloo waliin mari’atan
Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdeen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti itti gaafatamtuu Dhimmoota Siyaasaa fi ijaarsa nageenyaa Roozmarii Diikaarloo…
Naannoo Kibbaatti kutaaleen hawaasaa garaagaraa Birrii miiliyoona 37 ol Raayyaa Ittisaaf deeggarsa…
Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaatti kutaaleen hawaasaa garaagaraa akaakuu fi maallaqaan Birrii miiliyoona 37 ol Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.…
Loltoonni Ameerikaa Iraaqitti argaman xumura bara kanaa guutumaan guutuutti biyyattii gadi dhiisanii…
Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Loltoonni Ameerikaa Iraaqitti argaman xumura bara kanaa guutumaan guutuutti biyyattii gadi dhiisanii kan ba’an ta’uu Preezdaantiin Ameerikaan Joo…
Kuufamni nyaataa naannoo Tigraay jiru Jimaata dhufu ni dhuma – Sagantaa Nyaataa Addunyaa
Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Kuufamni nyaataa naannoo Tigraay jiru Jimaata dhufu kan dhumu ta’uu Sagantaan Nyaataa Addunyaa beeksiise.
Naannoo Tigraayiitti namoota…
Oomishaaleen sadarkaa gadi ta’an Meetirik Tooniin kumni 3 fi 685 ol gara biyya keessaa akka hin…
Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Oomishaaleen sadarkaa gadi ta’an Meetirik Tooniin kumni 3 fi 685 ol gara biyya keessaa akka hin seenne dhorkamuu Ministeerri Daldalaa fi…
Ogeeyyiin Fiilmii fi Tiyaatira Oromoo magaalaa Bishooftuutti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Ogeeyyiin Fiilmii fi Tiyaatira Oromoo magaalaa Bishooftuutti biqiltuu dhaabaniiru.
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Waajjirri Aadaa fi Turizimii…