Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen ABUT Konkolaattoota deeggarsa namoomaaf daandii akka banu Dhaabbileen idil addunyaa dhiibbaa…
Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Gareen ABUT Konkolaattoota deeggarsa namoomaaf daandii akka banu Dhaabbileen idil addunyaa dhiibbaa taasiisuu akka qaban Qulqulleessi Ragaa Haala…
Doolaarri seeraan ala daddabarfamaa ture kumni 170 to’atame
Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Doolaarri Ameerikaa seeraan ala daddabarfamaa ture kumni dhibbi 1 fi kumni 70 to’atamuu Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Magaalaa Finfinneetti dargaggoonni fi ogeeyyiin yaalaa kumni 3 ol Raayyaa Ittisaatti makaman
Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Dargaggoonni fi ogeeyyiin yaala Fayyaa kumni 3 ol kutaalee magaalichaa keessaa walitti babba’an fedhii isaaniin Raayyaa…
Jilli Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan durfamu godina Daawuroo gale
Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Bishaan, Jallisii fi Iinarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan durfamu godina Daawuroo aanaa Loomaa Boosaa galeera.…
Naannoo Harariitti hiriirri guddaan balaaleffaannaaa garee ABUT fi deeggarsa Raayyaa Ittisaa…
Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Naannoo Harariitti hiriirri guddaan balaaleffaannaaa garee ABUT fi deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffameera.
‘Ityoophiyaan moo’atteerti, gara…
Naannoo Kibbaatti aduu tokkotti biqiltuuwwan miiliyoona 80 dhaabuuf qophiin taasiifamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaatti aduu tokkootti biqiltuuwwan miiliyoona 80 dhaabuuf qophiin duraa taasiisamaa jiraachuu ibsamera.
Godina Halaabaatti qofa…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee fi Jiraattoonni magaalaichaa birrii biiliyoona 1.1 Raayyaa Ittisaaf…
Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee, Abbootiin Qabeenyaa fi Jiraattoonni magaalaichaa Birrii biiliyoona 1.1 ol Raayyaa Ittisaaf deeggarsa laataniiru.…
Baankiin Addunyaa deeggarsa damee barnootaa Ityoophiyaaf taasiisu cimsee kan itti fufu ta’uu…
Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Baankiin Addunyaa deeggarsa damee barnootaa olaanoo Teeknikaa fi ogummaa Ityoophiyaaf taasiisu cimsee kan itti fufu ta’uu mirkaneesseera.…
Dargaggoota magaalaa Finfinnee Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame
Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfineetti sagantaan gaggeessaa dargaggoota Raayyaa Ittisaa makamanii fi walharka fuudhinsa deeggarsa Raayyaa Ittisaa Addaabaabayii…
Iddooleen dabalataa Paaspoortiin fudhatamu 6 ifoome
Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) – Ejansiin Immigreeshinii Lammummaa fi Ragaalee Bu’uuraa Iddoolee dabalataa Paaspoortiin fudhatamu 6 ifoomseera.
Kan dura iddoon…