Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sibiiloonni seeran ala kuufaaman hedduun qabaman
Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Sibiiloonni seeran ala kuufaaman hedduun to’atamuu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiise.
Gareen Shororkeessaa ABUT diinagdee…
Meeshaaleen waraanaa seeraan ala socho’aa ture to’atame
Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) – Konkolaattoonni lama meeshaaleen waraanaa seeraan alaa fe’anii socho’aa turan 2 to’atamuu Komishiniin Poolsii Naannoo Kibbaa beeksiise.…
Sa’aatii 48 keessatti Doolaarri kumni 70 Hidha Haaromsaaf walitti qabame
Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) – Karaa Marsariitaa haaraa Hidha Haaromsaaf galii walitti qabuuf banameen Sa’aatii 48 keessatti Doolaarri kumni 70 fi 380 walitti qabamuu ibsameera.…
Kutaaleen Magaalaa Araadaa fi Nifaas Silki Laaftoo Birrii miiliyoona 45 ol Raayyaa Ittisaaf…
Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Kutaaleen Magaalaa Araadaa fi Nifaas Silki Laaftoo Birrii miiliyoona 45 ol Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Jiraattoonni…
Dargaggoota Godina Addaa Naannawaa Finfinnee Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessan taasiifame
Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Dargaggoota Godina Addaa Naannawaa Finfinnee Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif magaalaa Sandaafaa Bakkeetti gaggeessan taasiifameera.
Dargaggoonni…
Loltummaan miira jaalala biyyaa isa guddaadhaa – Dooktar Abiy
Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Loltummaan miira jaalala biyyaa isa guddaa fi olaanaa ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dameewwan ogummaa hedduun kennaa fi…
Balaliisaa fi Oppireetarri qajeelfama darbu kamiiyyuu miidhaa ga’uuf itti gaafatamummaa fudhata…
Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Balaliisaan xiyyaaraa fi Oppireetarri qajeelfamaan ala socho’an kamiiyyuu miidhaa ga’uuf itti gaafatamummaa kan fudhatan ta’uu Qulqulleessi Ragaa Haala…
Godina Goofaatti Birrii miiliyoonni 3.6 fi Galaan deeggarsa taasiifame
Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Godina Goofaatti Birrii miiliyoonni 3.6 fi Galaan Raayyaa Ittisaa Biyyaaf deeggarsi taasiifameera.
Jiraattoonni, hojjettoonni mootummaa, abbootiin…
Rakkoolee hedduu keessa darbuun injifannoo gurguddoo galmeessineerra – Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Waltajjiin gamaggama raawwii hojii bara 2013 fi kallattii hojii bara 2014 naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira.…
Jiraattoonni Godina Gujii sangoota 60 fi Re’oota 80 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Jiraattoonni Godina Gujii Sangoota 60 fi Re’oota 80 Birrii miiliyoona 2tti tilmaamaman Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Ministeera Raayyaa…