Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Gaambeellaatti hiriirri balaaleeffannaa garee Shorokeessaa ABUT gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Naannoo Gaambeellaatti hiriirri balaaleeffannaa garee Shorokeessaa ABUT fi deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffamaa jira.
Jiraattoonni…
Raawwiin Hojii bara 2013 Mootummaa Naannoo Oromiyaa qoratamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Raawwiin Hojii bara 2013 Mootummaa Naannoo Oromiyaa qoratamaa jiraachuu ibameera.
Qorannoon raawwii hojii bara 2013 mootummaa naannoo…
Harargee Lixaatti dargaggoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessan taasiifame
Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) – Harargee Lixaatti
Dargaggoota Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif gaggeessaan taasifameera.
Godina Harargee Lixaatti Dargaggoota…
Dargaggoota godina Jimmaa fi Harargee Bahaa Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame
Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Dargaggoota godina Jimmaa fi Harargee Bahaa Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifameera.
Sirna gaggeessaa kanarratti gochaa…
Jiraattoonni Godina Gujii Gooticha Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Gujiin Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf sangootaa fi re’oota arjoomaniiru.
Jiraattoonni kunneen sagootaa 59 fi Re'oota 79…
Itti Aantuun Af Yaa’ii Mana Maree Federeshiinii Aadde Tsegenet Mangistuun Aanaa Baabbileetti…
Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) –Jilli Itti Aantuu Af Yaa'ii Mana Maree Federeshiinii Aadde Tsegenet Mangistuun durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Baabbileetti Hojii kenna tajaajila…
Jilli Dooktar Girmaan durfamu Aanaalee Liiban Cuqqaalaa fi Luumeetti Giddu gala dhiyeessii galtee…
Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Jilli sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan Kilaastera Misooma Baadiyyaa Oromiyaa Dooktar Girmaan Amanteen durfamu Aanaalee Liiban Cuqqaalaa…
Dargaggoonni hundi duularratti hirmaachuu akka qaban waamichi dhiyaate
Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Dargaggoonni hundi duularratti hirmaachuu akka qaban Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Amaaraa waamicha dhiyeesse.
Gareen Shororkeessaan ABUT addawwan…
Dargaggoota Godina Arsii Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiiifame
Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) –Dargaggoota Godina Arsii fi Bulchiinsa Magaalaa Asallaa Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamuuf galmaa'an magaalaa Asallaatti sirni gaggeessaa…
Miseensonni Raayyaa Ittisaa duraanii Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa ta’uu isaanii mirkaneessan
Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Miseensonni Raayyaa Ittisaa duraanii dirqama kamiiniyyuu Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa ta'uu isaanii mirkaneessaniiru.
Miseensonni Raayyaa ittisaa fi…