Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa talaallii Covid-19 miiliyoona 30 imalchiisuu beeksiise
Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa biyyoota 24f talaallii Covid-19 miiliyoona 30 imalchiisuu beeksiiseera.
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Tajaajilli…
Jiraattonni godina Arsii Lixaa aantummaa Raayyaa Ittisa biyyaatiif qaban hiriiraan ibsan
Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Jiraattonni godina Arsii Lixaa aantummaa Raayyaa Ittisa biyyaatiif qaban hiriira ba'uun ibsaniiru.
Biyyi dhiigaan ijaaramte Shira juuntaatiin hin…
Magaalaa Asallaatti hirirri deeggarsaa Raayyaa Ittisaa Biyya gaggeefame
Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Godina Arsii magaalaa Asallaatti hirirri deeggarsaa Raayyaa Ittisa Biyya, balaalleefanaan garee shororkeessaa ABUT kan gaggeefame.
Akkasumas…
Magaalota naannoo Amaaraa garaagaraatti hiriirri mormii garee ABUT fi deeggarsi Raayyaa Ittisaa…
Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Magaalota naannoo Amaaraa garaagaraa hiriira mormii garee ABUT fi deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeessan.
Magaalaa Injibaaraa fi kanneen…
Magaalaa Dirree Dawaatti hiriirri mormii garee ABUT fi deeggarsi Raayyaa Ittisaa gaggeeffame
Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Magaalaa Dirree Dawaa hiriira mormii garee ABUT fi deeggarsa Raayyaa Ittisaa ibsu gaggeessaniiru.
'Ityoophiyaan moo'atteerti, gara…
Magaalota Oromiyaa garaagaraa keessatti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffame
Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Jiraattoonni magaalota Oromiyaa garaagaraa deeggarsaa Raayyaa Ittisaa qaban ibsuuf hiriira gaggeessan.
Jiraattoonni Magaalaa Shaashamannee fi…
Waraana ABUT nurraatti labse qolachuuf jiraattoonni naannichaa deeggarsa Hunda galeessa taasiisuu…
Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Waraana ABUT nurraatti labse qolachuuf jiraattoonni naannichaa deeggarsa Hunda galeessa taasiisuu akka qaban Preezdaantiin naannoo Afaar obbo Awwal…
Deeggarsi Raayyaa Ittisaa jiraattoota godina Shawaa Kaabaarraa ergame Goondar ga’e
Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Jilli Bulchaa godina Shawaa Kaabaa obbo Indashaaw Birihaanuun Deeggarsa Raayyaa Ittisaa jiraattoota godina Shawaa Kaabaarraa ergame sangoota 650 fi…
Weebsaayitiin karaa salphaan Daayispooraan Hidha Haaromsaaf deeggarsa taasisu ifoome
Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Weebsaayitiin karaa salphaan Daayispooraan Hidha Haaromsaaf deeggarsa taasisu ifoomeera.
Lammiileen Ityoophiyaa fi dhalattoonnni Ityoophiyaa…
Jimmaa Abbaa Jifaar leenjisaa haaraa mallatteessifate
Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Jimmaa Abbaa Jifaar Ashannaafii Baqqalaa leenjisaa taasisuun mallatteessiseera.
Bara 2010 sochii olaanaa…