Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen Shororkeessaa ABUT diina ummata Tigraay ta’uu ifatti muul’iseera – Dooktar Abiy
Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT diina ummata Tigraay ta’uu ifatti muul’iseera jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Giddu Galli Kontiijantii Leenjii Loltummaa Huursoo loltoota leenjii bu’uurraa leenjisaa ture…
Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Giddu Galli Kontiijantii Leenjii Loltummaa Huursoo loltoota Raayyaa Ittisaa marsaa 2ffaaf leenjii bu'uurraa leenjisaa ture eebbisiiseera.…
Jiraattoonni Godina Gaamoo deeggarsa Raayyaa Ittisaaf qaban hiriira ba’uun ibsan
Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Gaamoo deeggarsa Raayyaa Ittisaaf qaban hiriira ba'uun ibsaniiru.
Jiraattoonni kunneenni shira garee ABUTtiin Ityoophiyaan hin…
Yuunvarsiitiin Dabra Maarqoosii fi Injibaaraan barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan…
Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) –Yuunvarsiitiin Dabra Maarqoosii fi Injibaaraan barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan eebbisiisaniiru.…
Jiraattoonni Godina Harargee Lixaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Sangoota 97 fi Re’oota 277…
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Harargee Lixaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Sangoota 97 fi Re'oota 277 taasiisaniiru.
Jiraattoonni godinichaa…
IGAD tokkummaa naannichaaf kan hojjetu ta’uu ibse
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa ‘IGAD’ tokkummaa naannichaaf kan hojjetu ta’uu beeksiise.
Ummattoota biyyoota ollaa Ityoophiyaa,…
Godina Jimmaatti balaa Bakakkaan lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Godina Jimmaa aanaa Noonnoo Beenjaatti balaa Bakakkaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbuu ibsameera.
Rooba cimaa guyyaa kaleessa…
Jiraattoonni Godina Arsii fi Jimmaa gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) - Jiraattoonni Godina Arsii fi Jimmaa gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Jiraattonni Godina Arsii sangoota 100, re'ootaa…
Abbaan Alangaa namoota galmee Dooktar Dabratsiyoonfaa jalatti argaman 62 irratti himata bane
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) - Abbaan Alangaa namoota galmee Dooktar Dabratsiyoona Garmikaa’eelfaa jalatti argaman 62 irratti himata banuu beeksiise.
Namoonni himanni…
Af Yaa’iin Mana Maree kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyoo Raayyaa Ittisaatti makaman
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) - Af Yaa’iin Mana Maree kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyoo aadde Geexiituu Siisaay Raayyaa Ittisaatti makamaniiru.
Guyyaa boruu gara adda…