Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bara baajataa darbe boqonnaawwan milka’inaa gurguddoo ta’an hedduun raawwataman – Dooktar Abiy
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) - Gamaaggamni raawwii hojii bara 2013 Ministeeroota waliin taasiifamaa ture xumuramuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.…
Hawaasni idil addunyaa gareen ABUT daa’immaan waraanaa keessatti hirmaachisaa jiraachuu isaa…
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) - Hawaasni idil addunyaa gareen shororkeessaa ABUT daa’immaan waraanaa keessatti hirmaachisaa jiraachuu isaa balaaleeffachuu akka qabu…
Deeggarsi namoomaa gara naannoo Tigraay akka hin seenne harcaatoonni Juuntaa gufuu ta’aa jiru…
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Deeggarsi namoomaa gara naannoo Tigraay akka hin seenne harcaatoonni Juuntaa gufuu ta'aa jiraachuu Waajjirri Muummee Ministiraa beeksiise.…
Yakka hammaataa gareen ABUT Godaantootarraan ga’aa jiru hawaasni idil addunyaa balaalleeffachuu akka…
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) - Yakka hammaataa gareen ABUT Godaantootarraan ga’aa jiru hawaasni idil addunyaa balaalleeffachuu akka qabu Ejansiin Godaantootaa fi Godaansaa…
Hadiyyaa Hoosa’iinaatti Hiriirri deeggarsaa Raayyaa Ittisaa gaggeeffame
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Godina Hadiyyaa Hoosaa’iinaatti Hiriirri mormii garee Shororkeessaa ABUT fi deeggarsaa Raayyaa Ittisaa gaggeeffameera.
Hiriirichi…
Ambaasaaddar Hiruut Gamtaa Awurooppaatti bakka buutuu addaa gaanfa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Ambaasaaddar Hiruut Zammanaan Gamtaa Awurooppaatti bakka buutuu addaa gaanfa Afrikaa Aniit Weebar waliin mari’ataniiru.
Haala waaqtawaa…
Gareen Shororkeessaa ABUT daa’immaan waraana keessatti hirmaachisaa jira jedhame
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT daa’immaan waraana keessatti hirmaachisaa jirachuu Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii mootummaa naannoo Afaar ibse.…
Sagantaan nyaata addunyaa balallii 2ffaa Finfinnee gara Maqalee taasiisuufi
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Sagantaan nyaataa addunyaa balallii 2ffaa Finfinnee gara Maqalee taasiisuufi jedhame.
Dhaabbatichi balallii 2ffaa Buufata Xiyyaaraa…
Namoonni dhuunfaan garee shororkeessaa ABUTtiif deeggarsa taasiisaa turan 28 to’ataman
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Namoonni dhuunfaan garee shororkeessaa ABUTtiif deeggarsa taasiisaa turan 28 qabeenya waliin to’atamuu Komishiniin Poolisii naannoo Somaalee…
Guutinsi bishaanii marsaa 2ffaan biyyoota yaa’a gadiirratti miidhaa akka hin uumne agarsiiftudha-…
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Guutinsi bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan biyyoota yaa’a gadiirratti miidhaan geessiisu akka hin jirre agarsiiftuu ta’uu Ministeerri Dhimma…