Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hiriirri deeggarsa raayyaa ittisaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame nagaan xumuramuu poolisiin…
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Hiriirri deeggarsa raayyaa ittisaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame nagaan xumuramuu Komishinii poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Gareen ABUT karoorri haleellaa akka Maayikaadraa magaalaa Humaraatti raawwachuuf yaadee ture…
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Gareen ABUT karoorri haleellaa akka Maayikaadraa magaalaa Humaraatti raawwachuuf yaadee ture saaxilamuu ibsame.
Gareen shororkeessaa ABUT…
Ummata humna lafarraa kamiifiyyuu jaalalaan malee humnaan hin jilbiiffanne qabna – Aadde Adaanach
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Ummata humna lafarraa kamiifiyyuu jaalalaan malee humnaan hin jilbiiffanne qabannee qormaata hunda injifannoon ni ceena jedhan Itti aantuun…
Hidhaan Haaromsaa biyyoota yaa’ichaaf giddugala walitti hidhamiinsaa dhugaa ta’ee itti fufa –…
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Hidhaan Haaromsaa biyyoota yaa’ichaaf giddugala walitti hidhamiinsaa dhugaa ta’ee kan itti fufu ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy…
Gareen shororkeessaa ABUT karaa Afaariin haleellaa raawwachaa ture barbadaa’uu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT karaa naannoo Afaariin haleellaa raawwachaa ture barbadaa’uu Raayyaan Ittisaa beeksiise.
Garichi naannoo…
Jiraattoonni magaalaa Finfinnee fi naannawaa ishee Juuntaa mormuu fi Raayyaa Ittisaaf deeggarsa…
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Finfinnee fi naannawaa ishee gochaa Juuntaa mormuu fi Raayyaa Ittisaaf deeggarsa qaban ibsuuf hiriira nagaa…
Jiraattoonni magaalaa Finfinnee Juuntaa mormuuf hiriira gaggeessaa jiru
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Finfinnee Juuntaa mormuuf hiriira gaggeessaa jiru.
Hiriirichi ganama sa’aatii 1:00 irraa eegalee addabaabayii…
Injifannoon wareegama malee hin argamu – Dooktar Abiy
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Injifannoon wareegama malee hin argamu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy duula olaantummaa seeraa kabachiisuu…
Birgaadeer Jeneraal Tafarraa Maammoo Ajejaa humna addaa naannoo Amaaraa ta’uun ramadaman
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Birgaadeer Jeneraal Tafarraa Maammoo Ajejaa Humna addaa naannoo Amaaraa ta’uun ramadamaniiru.
Preezdaantiin naannoo Amaaree obbo Aganyahu Tashaagar…
Rasaasni seeraan alaa kumni 9 ol to’atame
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Qaama Konkolaataa keessatti dhokfamee gara Finfinnee galuuf kan ture rasaasni kumni 9’ol to’annoo jala ooluu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.…