Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiraattoonni magaalaa Finfinnee Juuntaa mormuuf boru hiriira ni gaggeessu jedhame
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Finfinnee garee Juuntaa mormuuf boru hiriira kan gaggeessan ta’uu Bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiise.
Hiriirichi…
Guyyaa boruu hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa magaalaa Finfinneetti ni gaggeeffama
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Guyyaa boruu hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa magaalaa Finfinnee Addabaabayii Masqalaatti kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.…
Mootummaan biyya harka qaleeyyii hin dhiibne uumuuf hojjechaa jira – Aadde Caaltuu Saanii
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Mootummaan biyya harka qaleeyyii hin dhiibne uumuuf hojjechaa jiraachuu itti aantuun Preezdaantii fi Qindeessituun Kilaasteera misooma…
Humnoonni addaa naannolee garaagaraa nageenya naannoo Hidha Haaromsaa eeguuf qophii ta’uu ibsan
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Humnoonni addaa naannoo Sidaamaa, Kibbaa fi Gaambeellaa nageenya naannoo Hidha Haaromsaa eeguuf qophii ta’uu ibsaniiru.
Humnoota addaa…
Manni Maree naannoo Beenishaanguul Guumuuz boru yaa’ii idilee gaggeessuu ni eegala
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Manni Maree naannoo Beenishaanguul Guumuuz boruu eegalee guyyoota 2f yaa’ii idilee kan gaggeessu ta’uu ibsameera.
Manni marichaa yaa’ii idilee…
Sirni Awwaalcha barreessaa Gaaddisaa Birruu raawwatame
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Sirni awwaalcha barreessaa Asoosama Afaan Oromoo jalqabaa Gaaddisaa Birruu Waaqaa mana amantaa Kiristiyaanaa Qulqulluu Yooseefitti raawwatame.…
Magaalaa Finfinneetti haala Raayyaa Ittisaa deeggaruun danda’amurratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti haala Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisuun danda’amurratti jiraattoota waliin mari’atamaa jira.
Marichi mata…
Jiraattoonni magaalaa Hawaasaa guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu…
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Hawaasaa guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu sababeeffachuun gammachuu qaban hiriira…
Dhiibbaa biyyarra ga’u qolachuuf Raayyaa Ittisaa cinaa ni dhaabbanna – Obbo Dassitaa Leeddaamoo
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Raayyaa Ittisaa cinaa dhaabbachuun daangaa Ityoophiyaa ni kabachiifna jedhan Preezdaantiin Naannoo Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddaamoon.…
Gareen Shororkeessaa ABUT haleellaa raawwachuun ummata naannoo Tigraayiif deeggarsi namoomaa akka…
Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) –Gareen Shororkeessaa ABUT haleellaa raawwachuun konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe'anii turan gara naannoo Tigraay akka hin seenne taasiisuu…