Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haleellaa gareen ABUT tokkummaa Ityoophiyaarratti akeekaa jiru waloon qolachuun barbaachisaadha…
Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Haleellaa gareen shororkeessaa ABUT tokkummaa Ityoophiyaarratti akeekaa jiru waloon qolachuun barbaachisaa ta’uu Daayreektarri olaanaan Tajaajila…
Dubartoonni magaalaa Finfinnee deeggarsa Raayyaa Ittisaaf taasiisan cimsanii itti fufaniiru
Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Dubartoonni Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasisan cimsaanii kan itti fufaan ta’uun himaniiru.…
Ayyaanni Arafaa waggaa 1442ffaan magaalaa Jigjigaatti sirna hoo’aa ta’een kabajame
Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Adahaa Arafaan waggaa 1442ffaan magaalaa Jigjigaatti sirna hoo’aa ta’een kabajameera.
Sirna kanarratti itti aanaa…
Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoo ergaa baga geessanii ayyaana Arafaa dabarsan
Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoo ayyaana Iid Al Adahaa waggaa 1442ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Giiftii Duree…
Kabajni Ayyaana Arafaa nagaan xumuramuu komishinichi beeksiise
Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Kabajni Ayyaana Iid Al Adahaa waggaa 1442ffaan nagaan xumuramuu komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiise.
Sirni kabaja…
Hojiilee gurguddoo obbo Gaaddisaa Birruu hojjetan
Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Hojiilee gurguddoo obbo Gaaddisaa Birruu hojjetanii fi beekkamtii argatan keessaa muraasa.
Obbo Gaaddisaa Birruu bara jireenya isaanii og…
Ayyaanni Arafaa Ayyaana jaalalaa fi Kabajaati – Muftii Hajii Umra Idriis
Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Adahaa ayyaana ittiin walgargaaranii waliin gammachuudhaan kabajaniidhaa jedhan Preezdaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimoota…
Barreessaan Asoosama Afaan Oromoo jalqabaa Gaaddisaa Birruu boqatan
Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Barreessaan Asoosama Afaan Oromoo jalqabaa Gaaddisaa Birruu Waaqaa addunyaa kanarraa du’aan boqatan.
Afaan Oromoodhaan asoosama jalqabaati kan…
Ayyaanni Arafaa Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti kabajame
Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Adahaa waggaa 1442ffaan sirna hoo’aa ta’een Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti kabajameera.
Ayyaannichi Istaadiyeemii…
Ayyaanni Arafaa magaalaa Jimmaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Adahaa waggaa 1442ffaan sirna hoo’aa ta’een magaalaa Jimmaatti kabajamuu eegaleera.
Abbootiin Amantaa fi…