Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbanni Misooma Waliigalaa Madda Walaabuu ayyaanaa Arafaa sababeeffachuun horii qalmaa deeggarsa…
Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) –Dhaabbanni Misooma Waliigalaa Madda Walaabuu Horii qalmaa kuma 40 mootummaa Turkii irraa deeggarsaan argate ayyaana Arafaa sababeefachuun…
Aadde Adaanach kabaja ayyaana Arafaa sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee kabaja ayyaana Arafaa sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru.…
Aadde Loomiin guutinsi bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu isaa ergaa baga…
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Af-Yaa'iin Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa Aaddee Loomii Badhoo Guutiinsi Hidha Haaromsaa Ityoophiyaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu isaan…
Preezdaant Saahilawarq guutinsi bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu isaa ergaa…
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen guutinsi bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu isaa ergaa baga gammaddanii…
Dooktar Abiy ayyaana Arafaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimd Ayyaana Iid Al Adahaa Arafaa waggaa 1442ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Arafaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Preezdaantiin bulchiinsa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisan Ayyaana Iid Al Adahaa Arafaa waggaa 1442ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Guutinsi Bishaanii hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuun Ityoophiyaanootaaf missiraachoo…
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Guutinsi Bishaanii hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuun Ityoophiyaanootaaf missiraachoo guddaadha ta’uu Ajejaan Walii galaa Raayyaa…
Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee Ayyaanni Arafaa nagaan akka kabajamu qophii barbaachisu…
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee Ayyaanni Arafaa waggaa 1442ffan nagaan akka kabajamu qophii barbaachisu taasiisuu beeksiiseera.
Guyyaa…
Preezdaantoonni naannolee Ayyaana Arafaa sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Preezdaantoonni naannolee Ayyaana Iid Al Adahaa Arafaa waggaa 1442ffaa sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru.
Preezdaantiin…
Preezdaantoonni naannolee guutinsa bishaanii hidha Haaromsaa marsaa 2ffaa sababeeffachuun erga baga…
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Preezdaantoonni naannolee guutinsa Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaa sababeeffachuun erga baga gammaddanii dabarsaniiru.…