Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Proojektiin Hidha Haaromsaa andhuuraa dhaloonni har’aa abuureedha – BMNO
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Bulchiinsi mootummaa naannoo Oromiyaa guutinsa bishaanii hidha Haaromsaa marsaa 2ffaa sababeeffachuun erga baga gammaddanii dabarse.
Guutiinsi…
Preezdaanti Saahilawarq ayyaana Arafa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawddeen ayyaanaa Iid Al Adahaa Arafaa waggaa 1442ffaa sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru.…
Aanaa Bookeetti kenni tajaajila Tola Ooltummaa garaagaraa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Godina Harargee Lixaa Aanaa Bookeetti kenni tajaajila Tola Ooltummaa garaagaraa qooda fudhattoota hedduu hirmaachise Magaalaa Bookee Xiqqoo fi Bookee…
Dooktar Abiy Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu ergaa baga…
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu sababeeffachuun ergaa baga…
Obbo Dammaqaan Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu ergaa baga…
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan…
Aadde Adaanach Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu ergaa baga…
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Itti Aantuun Kaantibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu sababeeffachuun…
Guutinsi Bishaanii Hidha Haromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu hordofee Ministeerichi ergaa baga…
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Guutinsi Bishaanii Hidha Haromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu hordofee Ministeerri Dhimma Alaa ergaa baga gammadanii dabarseera.…
Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa marsaa 2ffaan milkiin xumurame
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa marsaa 2ffaan milkiin xumuramuu ibsameera.
Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsaa…
Yaa’ii Idileen Mana Maree naannoo Somaalee murtoo garaagaraa dabarsuun xumurame
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) - Manni Maree naannoo Somaalee Yaa’ii Idilee 13ffaa waggaa 5ffaa gaggeessaa ture murtoo garaagaraa dabarsuun xumureera.
Baajata…
Guutinsi Bishaanii marsaa 2ffaan Hidha Haaromsaa hamma bishaanirratti dhiibbaa kan hin uumne ta’uu…
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) - Guutinsi Bishaanii marsaa 2ffaan Hidha Haaromsaa hamma bishaanirratti dhiibbaa kan hin uumne ta’uu Daayreektarri Olaanaan Hidha Al Ruusaarees…