Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Namoota Bidiruun Haroo Xaanaa keessatti qabattee dhabamte keessaa reeffii namoota 7 argame
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) - Namoota 13 Bidiruun Xiqqoon Haroo Xaanaa keessatti qabattee dhabamte keessaa reeffii namoota 7 argamuu ibsame.
Bidiruun kun godina…
Obbo Iristuun ergaa baga geessanii Ayyaana Iid Al Adihaa Arafaa dabarsan
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) –Itti aanaan Preezdaantiin naannoo Kibbaa obbo obbo Iristuu Yirdaaw Ayyaana Iid Al Adihaa Arafaa waggaa 1442ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Yakkaa fi rakkoo nageenyaa ga’uu danda’u ittisuuf dhaabbilee fi qaamoleen dhuunfaa…
Finfinnee, Adooleessa 11, 2013 (FBC) – Yakkaa fi rakkoo nageenyaa ga'uu danda'u ittisuuf dhaabbilee fi qaamoleen dhuunfaa eenyummaa kireeffataa qulqulleeffachuu akka qaban Komishiniin…
Manni Maree naannoo Somaalee Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adooleessa 11, 2013 (FBC) – Manni Maree naannoo Somaalee Yaa'ii Idilee 13ffaa waggaa 5ffaa magaalaa Igjigaatti gaggeessuu eegaleera.
Qaboo yaa'ii idilee 12ffaa raggaasiisuu,…
Humna addaa naannoo Somaalee waamicha biyyaaf deebii laachuuf socho’uuf gaggeessan taasiifame
Finfinnee, Adooleessa 11, 2013 (FBC) – Humna addaa naannoo Somaalee waamicha biyyaaf deebii laachuuf socho'uuf gaggeessan taasiifameera.
Saganticharratti Preezdaantii naannoo Somaalee…
Miseensonni Poolisii Federaalaa Inxooxootti biqiltuu dhaabaan
Finfinnee, Adooleessa 11, 2013 (FBC) – Hoggantoonni Komishinii Poolisii Federaalaa fi Miseensonni Poolisii Inxooxootti biqiltuu dhaabaaniiru.
Itti gaafatamaan Damee Ittisa Yakkaa…
Qonnaan bultoonni Godina Shawa Bahaa aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa oomisha Qamadii…
Finfinnee, Adooleessa 11, 2013 (FBC) – Qonnaan bultoonni Godina Shawa Bahaa aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa lafa hektaara 600 irratti kilaastera 39niin waldaan gurma'uun Qamadii…
Miseensota humna addaa naannoo Hararii gara iddoo dirqama nagaa kabachiisuutti imalaniif gaggeessaan…
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Miseensota humna addaa naannoo Hararii gara iddoo dirqama nagaa kabachiisuutti imalaniif har'a mootummaan naannichaa gaggeessaa taasiiseefira.…
Manni Maree Magaalaa Finfinnee baajata bara 2014 Birrii biiliyoona 70 fi miiliyoona 670 raggaasiise
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee Yaa 'ii idilee har'a gaggeesseen baajata bara 2014 Birrii biiliyoona 70 fi miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 70 dhiyaate…
Namoonni dhuunfaan garee ABUT deeggaruun shakkaman 323 to’ataman
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Namoonni dhuunfaan garee shororkeessaa ABUT deeggaruun shakkaman 323 to'atamuu Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksiise.
Magaalee…