Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen Shororkeessaa ABUT deeggarsa namoomaa gara Tigraay imalu gufachuu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT deeggarsa namoomaa karaa naannoo Afaariin gara naannoo Tigraayitti ergamu gufachiisuu ibsameera.
Garichi naannicha meeshaa…
Caffeen Oromiyaa baajata bara 2014 dhiyaate Birrii biiliyoona 124 ol raggaasise
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 14ffaa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa gaggeesseen baajata bara 2014 naannichaa Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona…
Godina Jimmaatti misooma Jallisii baranarraa callaa kuntaalli miiliyoonni 1 ol argamuu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Godina Jimmaatti misooma jallisii baranaarra callaa kuntaalli miiliyoonni 1 ol argamuu Waajjirri Buna, Qonnaa fi Misooma Qabeenya Uumamaa godinichaa…
Caffeen Oromiyaa karoora waggaa 10 dhiyaaterratti mari’achaa jira
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Caffeen Oromiyaa karoora waggaa 10 dhiyaaterratti mari'achaa jiraachuu ibsameera.
Komishinarri Komishinii Karooraa fi Misoomaa naannoo Oromiyaa…
Ministeerri Dhimma Hojjataa fi Hawaasummaa, Waldaalee fi Konfedereeshinii Hojjataaf Hojjachiisaa…
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Ministeerri Dhimma Hojjataa fi Hawaasummaa, Waldaalee fi Konfedereeshinii Hojjataaf Hojjachiisaa waliin ta’uun biqiltuu Godina Arsii Aanaa…
Lammiileen 306 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 306 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebia’aniiru.
Deebitoonni kunneen wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…
Yuunvarsiitiin Poolisii Ityoophiyaa barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture eebbise
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Poolisii Ityoophiyaa barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture 465 eebbise.
Sirna eebbaa kanaratti Preezdaantii FDRI…
Obbo Dammaqaan Bakka Bu’aa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Bakka Bu’aa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii…
Yuunvarsiitiin Riiftii Vaalii barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 16 fi 967…
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Riiftii Vaalii barattoota ogummaa garaagaraan sagantaa idilee fi idilee alaan barsiisaa ture kuma 16 fi 967 Istaadiyeemii Finfinneetti…
Wixineen labsii hundeeffama Mana Murtii Aadaa dhiyaate sagalee guutuun ragga’e
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Wixinee labsii hundeeffama Mana Murtii Aadaa Oromiyaa dhiyaate sagalee guutuun raggaasiise.
Preezdaantiin Mana Murtii…