Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Arafaa ayyaana guddaa hordoftoota amantii Islaamaan jaalatamuudha – Muftii Hajii…
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa Muftii Hajii Umar Idiriis jala bultii Ayyaana Arafaa Iid Aladahaa sababeeffachuun…
Dhaabbileen barnootaa olaanoo garaagaraa barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa tura eebbisiisan
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Dhaabbileen barnootaa olaanoo garaagaraa barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa tura eebbisiisaniiru.
Yuunvarsiitiin Bahaar Daar…
Yaa’iin Caffee Oromiyaa oolmaan guyyaa 2ffaa itti fufeera
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idileesaa 14ffaa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa gaggeessu guyyaa 2ffaa itti fufeera.
Har’a raawwii hojii Mana Murtii…
Manni Maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee gaggeessaa jira
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Manni Maree bulchiinsa magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee gaggeessuu eegale.
Manni marichaa yaa’ii idilee 3ffaa waggaa 8ffaa kan…
Yuunvarsiitiin Asoosaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 237 eebbisiise
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Asoosaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 237 eebbisiisuu ibsame.
Barattoonni kunneen sagantaa…
Yuunvarsiitiin Haramayaa barattoota haaraa bara 2013 kuma 5 simachaa jira
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Haramayaa barattoota haaraa bara 2013 kuma 5 simachaa jiraachuu ibsameera.
Barattoonni haaraan kunneen wayita…
Manni Maree magaalaa Finfinnee boru yaa’ii idilee ni gaggeessa
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Manni Maree bulchiinsa magaalaa Finfinnee boru yaa’ii idilee ni gaggeessa jedhame.
Manni marichaa guyyaa boruu yaa’ii idilee 3ffaa…
Waan ummata keenya gitu hojjechuu qabna – obbo Shimannlis Abdiisaa
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Waan ummata keenya gitu hojjechuu qabna Jedhan Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimannlis Abdiisaan.
Obbo Shimallis…
Poolisiin Dirree Dawaa waamicha ergama olaantummaa seeraa kabachiisuuf deebii laatee
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Poolisiin Dirree Dawaa waamicha ergama olaantummaa seeraa kabachiisuuf deebii laachuu ibsame.
Poolisiin Dirree Dawaa ergama olaantummaa…
Akkaadaamiin Saayinsii Ityoophiyaa giddugala Saayinsii daa’immanii eebbisiise
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Akkaadaamiin Saayinsii Ityoophiyaa Giddugala Saayinsii daa’immanii eebbisiseera.
Akkaadaamichi damee Saayinsii, Teeknooloojii fi…