Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Loomii Badhoo Godina Shawaa Bahaa fi Aanaa Lumeetti duula Ashaaraa Magaariisaa jalqabsiisan
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo aanaa Godina Shawaa Bahaa fi Aanaa Lumeetti duula Ashaaraa Magaariisaa jalqabsiisaniiru.
Hooggansii fi…
Ololli gareen ABUT naannoo Tigraay iddoolee tokko tokko injifadheera jechuun tamsaasu odeeffannoo…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Ololli gareen Shororkeessaa ABUT naannoo Tigraay iddoolee tokko tokko injifadheera jechuun tamsaasu odeeffannoo sobaa ta’uu Raayyaan Ittisaa Biyyaa…
Lammiilee Saa’ud Arabiyaatti argaman torbee lama keessaatti gara biyyaa deebisuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Lammiilee Saa’ud Arabiyaatti argaman yoo xiqqatee torbee lama keessaatti gara biyyaa deebisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksisee.…
Dooktar Abrahaam Balaay Proojektii Wancii – Dandii daawwataa jiru
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Dooktar Abrahaam Balaay Proojektii maaddii biyyaa Wancii - Dandii daawwataa jiru jedhame.
Dooktar Abrahaam Balaay Qindeessaa Proojektii…
Ijaarsi Proojektii Daandii Wancii – Dandii ifatti eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Ijaarsi Proojektii Daandii Wancii - Dandii ifatti eegalamuu ibsameera.
Ijaarsi Proojektii Daandii Wancii kun Kiiloomeetira 32 kan dheeratu yoo…
Ityoophiyaan Prootokoolii maanguddoota Afrikaa raggaasiifte
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan chaartara mirga namootaa fi ummattootaa Prootokoolii maanguddoota Afrikaa fudhachuun raggaasiifteerti.
Prootookoolichi…
Jilli obbo Ahimad Shideen durfamu magaalaa Barbaraa gale
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)-Jilli olaanaa Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee, Ministira Ministeera Geejjibaa aadde Daagimaawwi Moogasii fi itti aanaa preezdaantii…
Magaalaa Sabbataatti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) – Balaa Tiraafikaa Magaalaa Sabbataatti muudaten lubbuun namoota 5 yoo darbu namoota 8 irra ammoo miidhan cimaan ga’eera.
Bulchiinsa…
Naannoo Oromiyaatti eebbi proojektoota marsaa 2ffaa gaggeeffamuufi-Obbo Addisuu
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti eebbi proojektoota marsaa 2ffaa akka gaggeeffamu Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu…
Naannoo Tigiraayitti dubartoota rakkoof saaxilamaniif deeggarsi taasifamaa jira
Finfinnee Waxabajji 16/2013/TOI/ Naannoo Tigiraayiitti dubartoota rakkoof saaxilamaniif gargaarsi yaalaa fi maallaqaa taasifamuusaa bulchiisi yeroo naannichaa himeera.…