Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni jireenyaa eegdoota rippaabiliikaan baasii Birrii miiliyoona 18.5 oliin ijaarrame eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Qajeelchi olaanaa maandiisummaa raayyaa ittisa biyyaa Laga Dhaadhiitti mana jireenyaa eegdoota rippaabiliikaan baasii Birrii miiliyoona 18.5 oliin…
Biiroon Barnootaa Oromiyaa hojii tajaajila lammummaadhaan Birrii biiliyoona 25 tilmaamamu hojjechuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Biiroon Barnootaa Oromiyaa hojii tajaajila lammummaadhaan Birrii biiliyoona 25 tilmaamamu hojjechuuf karoorfachu ibseera.
Hoogganaan Biiroo Barnootaa…
Ityoophiyanoonni 74 Libaanoosii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 74 Libaanoosii gara biyyaa deebi’aniiru.
Waajjirri Qonsilaa Ityoophiyaa Beeruuttitti argamu qaamolee mootummaa Libaanoos…
Korporeshinichi baankoota daldalaa lama waliin hojjechuuf waliigale
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Korporeshiniin Misooma paarkoota Baankii Awaashii fi Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallateesseera.
Hoji Raawwachiisaa…
Walga’iin addaa Mana Maree Ministirootaa IGAD 72ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Walga’iin addaa Mana Maree Ministirootaa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa 72ffaan dhimmoota Sudaan Kibbaa, Soomaaliyaa, Covid -19 fi…
Jilli obbo Ahimad Shideen durfamu buufata Barbaaraa daawwate
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen durfamu Buufata Barbaaraa daawwateera.
Jilichi Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad…
Daandiin addabaabaayii Puushkiin hanga Gootaraa Massaalaca geessuu sochii tiraafikaaf banaa ta’e
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Daandiin addabaabaayii Puushkiin irraa ka’ee gara Gootaraa Massaalaca geessuu sochii tiraafikaaf banaa ta’eera.
Daandichi dheerina meetira 320 qabuu…
Ijaarsa Proojektii Bishaan Dhugaatii fi Jallisiif waliigalteen Doolaara miiliyoona 94 mallattaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Ijaarsa Proojektii Bishaan Dhugaatii fi Jallisii raawwachuuf waliigalteen Doolaara miiliyoona 94 mallattaa’eera.
Waliigaltichi…
Filannoon gaggeeffame haqa qabeessaa fi diimookiraatawaa ture – Waldaalee Siivilii Oromiyaa
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Filannoon gaggeeffame haqa qabeessa, diimookiraatawaa fi hawaasa biratti fudhatama qabaachuu Waldaaleen Siivilii Oromiyaa Beeksise.…
Jilli Ityoophiyaa Ministira Dhimma Alaa Saa’ud Arabiyaa waliin mari’ate
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC) - Jilli Ityoophiyaa Ministira Dhimma Alaa Saa’ud Arabiyaa waliin haala lammiilee gara biyyaa deebisuun danda’amurratti mari’ateera.…