Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dargaggoonni Ashaaraa Magariisa kaa’uun tokkummaa biyyaaf hojjachuu qabuu- Obbo Abbaaduulaa…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC) Dargaggoonni Ashaaraa Magariisa kaa'uun jaalalaa fi tokkummaa biyyaaf hojjachuu qabuu Walitti qabaan Boordii Waldaa Misooma…
Filannichi haala nagaan xummurame- Pooliisii Kibbaa
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC) Fillannichi haala nagaan xummuramuu isaa Koomishiniin poolisii Naannoo Kibbaa beeksise.
Milkaa'iina kan keessatti hawaasni,…
Dimookiraasii shaakaluuf filannoon ammaa gahee guddaa qaba- hayyoota Seeraa Yuunivarsiitii Gondar
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC) Dimookiraasii shaakaluuf filannoon ammaa gahee guddaa akka taphatu hayyoonni Seeraa Yuunivarsiitii Gondar himan.
Filannoon marsaa…
Gambeellaatti adeemsi sagalee Filannoo lakkaa’uu xummuramee
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC) - Naannoo Gambeellaatti adeemsi sagalee kennuu Filannoo xummuramee bu'aan filannichaa kan yeroos ummataaf ifa taasifamuu Boordii Filannoo…
Waajjiraaleen sadii qindoominaan biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC) Waajjiraaleen mootummaa sadii qindoominaan Paarkii Magariisaa Baddaa Bunaatti biqiltuu dhaaban.
Dhaabbanni Bosonaafi Bineensota Bosonaa…
Sagantaan tajaajila lammummaa gannaa guyyaa har’a jalqabeera
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC) Sagantaan tajaajila lammumma gannaa guyyaa har'a jalqabeera Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin jalqabeera.
Sagantichi…
Obbo Dammaqaan Emireetoota Araba Gamtoomanitti daawwannaa taasiisaan xumuruun gara Raashiyaa imalan
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Emireetoora Araba Gamtoomaniitti daawwaannaa hojii…
Bu’aan filannoo beekkamtii Boordii Filannoon ala miidiyaalee hawaasaan tamsaafamaa jiran…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)- Bu'aan filannoo beekkamtii Boordii Filannoon ala miidiyaalee hawaasaan tamsaafamaa jiran yakka ta’uu itti gaafatamtuun komnikeeshinii Aadde Soliyaanaa…
Filannichi rakkoo nageenyaa tokko malee xumuramuu fi morkii cimaan kan itti muuldhateedha-Obbo…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leedaamoo filannichi rakkoo nageenyaa tokko malee xumuramuu fi morkii cimaan kan itti muuldhateedha…
Adeemsi filannichaan hawaasni Ityoophiyaa kutannoo fi xiiqii biyya qajeelchuuf qabu ifatti kan…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)-Adeemsi filannichaan hawaasni Ityoophiyaa kutannoofi xiiqii biyya qajeelchuuf qabu ifatti kan mul’isee ta’uu Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde…