Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Moggaasni Akkadaamii Hoggansa Mallas Zeenawwii gara giddugala beekumsa hoggansa Afrikaatti…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)-Manni Maree Ministeeroota moggaasa Akkadaamii Hoggansa Mallas Zeenawwii gara giddugala beekumsa hoggansa Afrikaa jedhuun akka mogga’uuf har’a…
Korichi filannoon biyyoolessaa haqa qabeessa ta’uun milkiin akka xumuramuuf qaamolee shooraasaanii…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)- Dhaabbileen nageenyaa Federaalaa fi naannoo filannoo biyyoolessaa marsaa 6ffaa karaa nagaan, amanamummaa fi haqa qabeessaa ta’uun milkiin akka…
Komiishinichi Oromiyaatti filannoon gaggeeffame nagaan xumuramuu isaaf qaamolee tumsa taasisaan…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)- Komishiniin Poolisii Oromiyaa naannichaatti guyyaa kaleessaa filannoon biyyoolessaa marsaa 6ffa gaggeeffame nagaan xumuramuu isaaf hawaasaa fi qaamolee…
Komiishiniin Poolisii magaalaa Dirree Dawaa filannoon karaa nagaatiin xumuramuu beeksise
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)- Komiishiniin Poolisii bulchiinsa magaalaa Dirre Dawaa Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaatti karaa nagaatiin xumuramuu…
Ityoophiyaanoonni 33 Somaaliyaarra gara biyyaa deebi’aan
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)-Lammiileen Ityoophiyaa 33 Somaaliyaa magaalaa Hargeessaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa idil addunyaa…
Kaleessa iddoowwan adeemsi sagalee laachuu hin xumramneetti har’a sagaleen laatamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)- Kaleessa iddoowwan adeemsi sagalee laachuu hin xumramneetti har’a sagaleen laatamuu itti fufuu Boordiin Filannoo Biyyooleessaa Ityoophiyaa ibseera.…
Jiraattoonni magaalaa Sandaafaa Bakkee fi aanaa Alaltuu filannoo guyyaa kaleessa nagaan…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)- Jiraattoonnii fi caasaa nageenyaa magaalaa Sandaafaa Bakkee fi aanaa Alaltuu filannoon guyyaa kaleessaa nagaan xumuramuusatti gammadu ibsaniiru.…
Jiraattoonni magaalaa Gondar ffilannoon kaleessa gaggeeffame addunyaadhaaf ergaa guddaa dabarsuusaa…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)-Filannoon biyyaaleessaa marsaa 6ffaa kaleessa gaggeeffame addunyaadhaaf ergaa guddaa dabarsuusaa jiraattoonni magaalaa Gondar ibsaniiru.
Naanoo…
Filattoonni bu’aan sagalee Boordiin Filannoo hanga ifoomsutti obsan akka eegan gaafate
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)-Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa filattoonni bu’aan sagalee hanga ifoomsutti obsan akka eegan gaafateera.
L ammiileen odeeffaannoo bu’aa…
Giddugalli nyaata Tasfaa Birhaan 5ffaan hojii eegale
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)-Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee giddugala nyaata Tasfaa Birhaan 5ffaan eebbisiisun hojii eegalchiisaniiru.
Aadde…