Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aanaa Odaa Bultumii fi Gubbaa Qorichaatti Proojektoonni misoomaa Birrii miiliyoona 109 oliin…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) –Godina Harargee Lixaa Aanaa Odaa Bultumii fi Gubbaa Qorichaatti Proojektoonni misoomaa garaagaraa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 9…
Kallattii ture jijjjiiruun yoo hojjenne waan hin jijjiirramneef hin qabnu – Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Kallattii ture jijjjiiruun yoo hojjenne waan hin jijjiiramneef hin qabnu jedhan Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Aanaa Daallee sadiitti riqicha laga Awweetuu fi Mardafoo Birrii miiliyoona 20n hojjetamaan ebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaa kilaastera Misooma Baadiyyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Godina Qellem Wallaggaa Aanaa…
Obbo Dammaqaan jiraattoota magaalaa Chaagnii fi naannawaa ishee waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin jiraattoota magaalaa Chaagnii fi aanaa Goongaa waliin…
Raabsi meeshaalee filannoo guyyoota lamaan dhufan keessatti ni xummurama – Boordii Filannoo…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Raabsi meeshaalee filannoo guyyoota lamaan dhufan keessatti kan xummuramu ta’uu Boordii Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa beeksiise.…
Badhaadhinni wantoota hojjetamuuf karoorfaman dhugoonsuudha – Aadde Loomii Badhoo
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Sulultaatti Proojketoonni misoomaa garaagara Baajata mootummaa fi hirmaannaa ummataa Birrii biiliyoona 1.2 oliin…
Lammiileen Ityoophiyaa 321 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyya deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 321 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyya deebi’aniiru.
Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa…
Sagantaan cufiinsa Konfiransii Waliigalaa Misoomaa fi Aadaa Guraagee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Sagantaan cufiinsa Konfiransii Waliigalaa Misoomaa fi Aadaa Guraagee magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti Muummee…
Bulchiinsa Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti Proojektoonni misoomaa garaagaraa eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Bulchiinsa magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti Proojektoota misoomaa…
Godina Qellam Wallagga aanaa Daallee sadiitti proojektiin Jallisii Laga Maddalee eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Jilli hogganaa kilaasteraa Misooma Baadiyyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Godina Qellam Wallagga aanaa Daallee Sadiitti Proojektii…