Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Barumsaa Goobanaa Buttaa Dabalee sadarkaa 1faan eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti Manni Barumsaa Goobanaa Buttaa Dabalee sadarkaa 1ffaan ijoollee Qonnaan bultoota misoomaaf kaafamaniif ijaarrame…
Jilli Dooktar Girmaa Amanateen durfamu Gamoo Waajjira Bulchiinsa Wallagga Lixa eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Jilli sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti qindeessaa Kilaastera misooma baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Gamoo Waajjira Bulchiinsa…
Ameerikaan naannoo Tigraayitti deeggarsa yeroo ariifachiisaf doolaara miiliyoona dhibba 1 fi…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Deeggarsa Idil Addunyaa Ameerikaa naannoo Tigraayitti deeggarsa yeroo ariifachiisaaf kan ooluu Doolaaraa Ameerikaa miiliyoona dhibba 1 fi…
Waliigalteen sirna galii si’ataa taasisuu mallattaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Ministeerri Galiiwwanii waliigaltee sirna kaffaltoota gibiraa si’eessuu baankiiwwanii fi Eejansii Nageenya Odeeffaannoo waliin…
Godina Jimmaatti Proojektoonni misoomaa Birrii miiliyoona 945 hojjetaman tajaajilaaf banaa…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) - Godina Jimmaatti Proojektoonni misoomaa Birrii miiliyoona dhibba 9 fi miiliyoona 45 oliin hojjetaman tajaajilaaf banaa ta'uu bulchiinsi godinichaa…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon manneen barnootaa Ijaarsiisuun hojiilee hojjetaniif sagantaan…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon manneen barnootaa Ijaarsiisuun hojiilee hojjetaniif sagantaan galateeffannaa qopheessummaa Ministeera Barnootaan…
Ityoophiyaa fi Raashiyaan tumsa dhimmoota Odeeffannoo fi Tika Nageenyaarratti taasiisan cimsanii kan…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Raashiyaan tumsa hunda galeessa dhimmoota Odeeffannoo fi Tika Nageenyaarratti taasiisan cimsanii kan itti fufan ta’uu ibsaniiru.…
Naannoo Tigraayitti oomishaaleen nyaataa Birrii biiliyoona 5.4 olitti tilmaamaman raabsaman –…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti oomishaaleen nyaataa Birrii biiliyoona 5.4 olitti tilmaamaman raabsamuu Komishinarri Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Biyyaalessaa…
Fiilmiin afaanoota sadiin Laga Abbayyaarratti hojjetame agarsiisaf dhiyaachuufi jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Fiilmiin dhimma laga Abbayyaarratti Afaan Amaaraa, Afaan Ingilizii fi Afaan Arabaan hojjetame agarsiisaaf dhiyaachuuf ta’uu himameera.
Fiilmiin…
Yunvarsiitii Meetrooppooliitaanii Kootabeetti bu’uuraaleen misoomaa eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Yunvarsiitii Meetrooppooliitaanii Kootabeetti bu’uuraaleen misoomaa eebbifamaniiru.
Sirna eebbichaarratti itti aantuu…