Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataan Finfinnee galan
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2013 (FBC)- Preezdantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaan daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Preezdaant Uhuuruu Keeniyaatan buufata xiyyaaraa Boolee Idil…
Jarman gama ‘WFP’n Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaatiif Yuuroo miiliyoona 8.5 deeggarsa taasiifte
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2013 (FBC) – Jarman gama Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Sagantaa Nyaataan Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaatiif Yuuroo miiliyoona 8.5 deeggaarsa…
Proojektiin qarqaraa laga Aweetuu hojiin fiizikaalaasaa xumuramee hojiin midhagsuu si’ataa…
Finfinnee, Wxabajjii 1, 2013 (FBC)- Magaalaa Jimmaatti hojiin proojektii qarqaraa laga Aweetuu baasii Birrii miiliyoona 60n hojjetamaa ture hojiin fiizikaalaasaa xumuramee hojiin midhagsuu…
Naannoo Harariitti hojiilee nageenyaa hojjetamaa turan ilaalchisee hawaasa waliin mari’atame
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2013 (FBC) – Naannoo Harariitti hojiilee nageenyaa waaraa buusuuf hojjetamaa turan ilaalchisee hawaasa waliin mari’atamuu Biiroon Bulchiinsaa fi nageenyaa…
Ityoophiyaatti yeroo jalqabaatiif giddugalli leenjii buna ammayaa’aan eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2013 (FBC)-Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Ityoophiyaa yeroo jalqabaatiif giddugala leenjii buna ammayaa’aan eebbisiiseera.
Eebbicharratti Ministirri Ministeera…
Godina Arsii Lixaa,Gujii Lixaa fi Buunnoo Beddelleetti Proojektoonnii garaagaraa eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2013 (FBC) – Godina Arsii Lixaa aanaa Siraaroo,Gujii Lixaa Aanaa Dugdaa Daawwaatti fi Buunnoo Beddellee aanaa Daaboo Haannaatti Proojektoonni misoomaa…
Mootummaan qonnaan bultoota naannoo Tigraayiif galteewwan qonnaa dhiyeessaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2013 (FBC) – Qonnaan Bultoonni Naannoo Tigraay misooma qonnarratti bal’inaan akka hirmaatan mootummaan galteewwan qonnaa dhiyeessaa jiraachuu Biiroon…
Oromiyaan qabeenya uumamaan badhaatuu taatus irraa fayyadamaa hin jirtu- Komishiniin Tuurizimii…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2013 (FBC) – Oromiyaan qabeenya uumamaa hawwata Tuurizimiif oolaaniin badhaatuu taatus irraa fayyadamaa kan hin jirre ta’uu Komishiniin Tuuriziimii…
Godina Harargee Lixaatti hospitaalli sadarkaa jalqabaa Daaroo Labuu eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2013 (FBC)- Godina Harargee Lixaatti hospitaalli sadarkaa jalqabaa Daaroo Labuu eebbifameera.
Hospitaalichi baasii Birrii miiliyoona 29.4 ijaarramee jedhameera.…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Qellem Wallagaa aanaa Sadii Canqaatti sagantaa Ashaaraa…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2013 (FBC)- Jilli sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti qindeessaa Kilaastera misooma baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Qellem Wallagaa aanaa…