Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Cirootti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 10tti tlmaamaman to’annaa jala oolan
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2103 (FBC)- Godina Harargee Lixaa Magaalaa Cirootti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 10tti tlmaamaman to’annaa jala oolaniiru.
Meeshaaleen…
Fuulli Feesbuukii Dooktar Abiy fuulota hirmaannaa olaanaa qaban keessaa isa tokko jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2103 (FBC)- Fuulli Feesbuukii Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad fuulota hoggantoota addunyaa hirmaanna olaanaa qaban keessaa isa tokko jedhameera.…
Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Ministira Alaa Keeniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2013 (FBC) – Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Ministira Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Ambaasaaddar Riicheel…
Lammiileen Ityoophiyaa 322 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyya deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 322 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyya deebi’aniiru.
Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa idil addunyaa…
kitaabni ‘Ashaaraa’ eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) - Haasawa Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad waggoota sadan darban taasiisan walitti qabuun kan maxxanfame kitaabni‘Ashaaraa’…
Manni Marichaa wixineewwan labsii garaagaraa fooyya’anii dhiyaatanirratti murtoo dabarse
Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) - Manni Maree Federeeshiin yaa’ii idilee har’a gaggeesseen wixineewwan labsii garaagaraa fooyya’anii dhiyaatanirratti mari’achuun murtoo dabarseera.…
Maqaleetti barnoonni idilee eegale
Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) -Magaalaa Maqaleetti barnoonni idilee eegaluu Waajjirri Barnootaa magaalichaa beeksiise.
Magaalichatti weerara vaayrasii koroonaa fi rakkoo…
Tiyaatirri Muuziqaa seenaa qabeessi ‘Abbaa Jifaar 2ffaa’ jedhamu agarsiisaaf dhiyaate
Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) – Yunvarsiitii Jimmaatti Tiyaatirri Muuziqaa seenaa qabeessi ‘Abbaa Jifaar 2ffaa’ jedhamu agarsiisaaf dhiyaateera.
Taateen kun barattoota ogummaa…
Boordichi Filannoo marsaa 6ffaaf meeshaalee leenjii saamsuu fi raabsuu hojjechaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa Filannoo marsaa 6ffaaf meeshaalee leenjii saamsuu fi raabsuu raawwachaa jiraachuu beeksiseera.…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 1 olitti tilmaamaman to’annaa jala oolan
Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 1 fi kuma 80 tilmaamaman to’annaa jala ooluu ibsameera.
Meeshaaleen…