Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Balaa Tiraafikaa magaalaa Finfinneetti qaqqabeen namoota 46 irra miidhaan qaamaa ga’uu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Gullallee aanaa 7tti balaa Tiraafikaa har’a ganama qaqqabeen namoota 46 irra miidhaan qaamaa qaqqabuu Komishiniin…
Hidhichi ganna dhufuu oomisha duraa akka eegalu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC)-Hidhi Haaromsaa Guddichaa Ityoophiya ganna dhufuu oomisha duraa akka eegaluu ibsameera.
Ministeerri Dhimma Alaa dhaabbilee amantaa adda fi waldaalee…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Beenishaanguul Gumuuzitti Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifaa…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) - Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Mana Barumsaa Beenishaanguul Gumuuz Godina Matakkal aanaa Maanduraatti Waajjira isaaniin ijaarraman…
Magaalaa Oolonkomiitti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuu namoota 3 darbe
Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC)- Godina Shawaa lixaa aanaa Ejersa Lafoo Magaalaa Oolankomiitti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbeera.
Balichaan namoota 8 irraa miidhaan…
Ityoophiyaan dhimma birmadummaa fi bilisummaa isheerratti qaama kamuu waliin marii hin teechu…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan dhimma birmadummaa fi bilisummaa isheerratti qaama kamuu waliin mariif kan hin dhiyaanne ta'uu hubatamuu akka qabu Muummeen Ministiraa FDRI…
Proojektii hawaasa fayyadamoo taasiisu hojiirra oolchuuf waliigalteen Birrii miiliyoona 510…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2013(FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee fi manni amantichaa Kiristiyaanaa Kaatooliikii kutaa lallabaa Finfinnee Proojektii hawaasa fayyadamoo taasiisu hojiirra…
Torbeen Ityoophiyaa kabajamuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 10, 2013(FBC) - Torbeen Ityoophiyaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Argamanitti addabaabaayi michummaatti kabajamuu eegaleera.
Kabaja…
Magaalichaatti maanguddoonni harka qaleeyyiin kumni 19 ol Seeftineetirraa kallattiin fayyadamoo akka…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2013(FBC) - Magaalaa Finfinneetti maanguddoonni harka qaleeyyiin kumni 19 ol ji’a ji’aan Seeftineetirraa kallattiin fayyadamoo akka ta’an taasiifamuu Biiroon Dhimma…
Jilli obbo Addisuu Araggaan durfamu ijaarsa buufata konkolaataa Qindaawaa Magaalaa Bulee Horaaf…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2013 (FBC)- Jilli Sadarkaa Preezdaantii Itti aanaa Qindeessaan Kilaasteera Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaan durfamu ijaarsa buufata konkolaataa Qindaawaa Magaalaa…
Ejjennoon Sudaanii fi Gibtsi Hidha Haaromsaatti qabatan seera idil addunyaa kan faalleessuudha…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2013 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa dhimma Hidha Haaromsaarratti hoggantoota Paartilee siyaasaa waliin marii taasiiseera.
Ejjennoon Sudaanii fi Gibtsi…