Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Taaworiin to’annoo Tiraafika qilleensaa eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 12, 2013 (FBC) – Proojektiin babal’ina Taaworii to’annoo Tiraafika Geejjiba qilleensaa Buufata Xiyyaaraa Boolee eebbifame.
Ijaarsi Proojektichaa dhaabbata…
Dooktar Abiy eeyyama Opireeshinii Teeleekoomii lamaa ilaalchisee miseensota mana maree gorsaa waliin…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad eeyyama Opireeshinii Teeleekoomii lamaa ilaalchisee miseensota Mana Maree Gorsaa waliin mari’ataniiru.…
Hayyoonni Oromoo waltajjii marii gaggeessaa jiru
Finfinnee, Caamsaa 12, 2013 (FBC) – Waltajjiin marii Gumii Balal marsaa 6ffaan mata duree 'Dantaa Oromoo Horata Hawaasummaa fi Jijjiiramaaf' jedhuun Waajjira Preezdaantii bulchiinsa…
Ityoophaatti abbootii qabeenyaa damee invastimanti garagaraatti bobba’aaniif Ashaaraa…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC)- Ityoophaatti abbootii qabeenyaa damee invastimantii garagaraatti bobba’aaniif dhimma Ashaaraa Magariisaa bara 2013 irratti ibsi taasifameera.
Ibsichi…
Namni dhuunfa sarara shiboo elektirikaa baaburaa osoo kutuu harkaf harkatti qabame to’annaa jala…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Lidataatti namni dhuunfa sarara shiboo elektirikaa baaburaa osoo kutuu harkaf harkatti qabame to’annaa jala ooluu Komiishiniin Poolisii…
Guutinsi bishaanii hidhi haaromsaa marsaa 2ffaan fedhii Gibtisirratti dhiibbaa hin uumuu-Ministeera…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC)- Guutinsi bishaanii hidhi haaromsaa Guddichi Ityoophiyaa marsaa 2ffaan fedhii Gibtisirratti dhiibbaa akka hin uumnee Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…
Magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa 4 keessatti proojektoonni Birrii miiliyoona 960 oliin…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa 4 keessatti proojektoonni birrii miiliyoona dhibba 9 fi miiliyoona 60 oliin ijaarraman 427 tajaajilaaf banaa ta’uu…
Waliigaltee biyyaalessaa uumuuf duudhalee tokko nu taasisaan irratti xiyyeeffachuun barbaachisaadha…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC)- Waliigaltee biyyaalessaa uumuuf duudhalee tokko nu taasisaan irratti xiyyeeffachuun barbaachisaa ta’uu akka qabu Ministirri Mininsteeraa Nageenyaa aadde…
Dhiibbaa Covid -19 idil addunyaarran ga’e dandamachuuf Doolaarri biiliyoonni 650 akka ramadamu…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) – Dhiibbaa Covid -19 idil addunyaarran ga’e dandamachuuf Doolaarri biiliyoonni dhibbi 6 fi biiliyoonni 50 deeggarsaaf akka ramadamu murtaa’uu…
Boordichi yeroon galmee filannoo barattoota dhaabbilee barnootaa olaanaa hanga Caamsaa 17, 2013tti…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) – Yeroon galmee filattootaa barattoota dhaabbilee olaanaa interneetiin gaggeeffamu hanga Caamsaa 17, 2013tti dheerachuu Boordiin Filannoo…