Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiilli Preezadaant Saahilawarq Zawudeen durfamu anga’oota bankii addunyaa waliin mari’ate
Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC) Jiilli Preezadaant Saahilawarq Zawudeen durfamu anga'oota bankii addunyaa waliin Paariisitti mari’ate.
Dinagdee Afrikaa sababa Koviid 19'n…
Waltajjiin marii paartiilee siyaasaa marsaa 3ffaan gaggeeffamufi
Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC)- Waltajjiin marii paartiilee siyaasaa marsaa 3ffaan guyyoota muraasa keessaatti akka gaggeeffamuu Maayind Ityoophiyaan beeksiseera.
Maayind Ityoophiyaan…
Jilli obbo Addisuu Araggaan durfamu Godina Gujii Lixaa Aanaa Abbaayyaatti hidha Gidaaboo daawwate
Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC)- Jilli Preezdaanti itti aanaatti Qindeessaan kilaastara Haawasummaa obbo Addisuu Araggaan durfamu Godina Gujii Lixaa Aanaa Abbaayyaatti hidha Gidaaboo…
Waggoottaan sadan darban keessa damee qonnaan carraan hojii % 61 uumame – Dooktar Abiy
Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC) – Waggoottaan sadan darban keessa damee qonnaarraa bu’aa gaariin argamuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dooktar Abiy bu’aawwan…
Jilli obbo Dhaabaa Dabaleen durfamuu oomisha Qamadii fi Garbuu aanaa Waacaalee daawwate
Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC)- Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu oomisha Qamadii fi Garbuu godina Shawaa Kaabaa aanaa Waacaaleettii jallisiin…
Simpooziyeemiin Aadaa,Tuurizimii fi Ispoortii Biyyaalessaa 1ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC)- Simpooziyeemiin Aadaa,Tuurizimiifi Ispoortii Biyyaalessaa 1ffaan gaggeeffameera.
Simpooziyeemichi mata duree "Aadaa Tuurizimii fi Ispoortiin Badhaadhina…
Hayyoonni lagni Abayyaa Ityoophiyaa keessaa akka madduu addunyaaf hubachiisuu qabu jedhame
Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC)- Hayyoonni lagni Abayyaa Ityoophiyaa keessaa akka madduu addunyaaf hubachiisuu akka qaban ibsame.
Marii hidha haaromsaa guddichaa Ityoophiyaa fi shooraa…
FAOn naannoo Tigraayitti qonnaan bultootaaf gosoota sanyii midhaanii garagaraa fi talaallii horii…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Nyaata fi Qonna Addunyaa (FAO) naannoo Tigraayitti maatiin qonnaan bultootaa gara hojii qonnaatti akka deebi’aniif kan dandeessisuu sagantaa…
Yunvarsiitiin Arsii qorannoowwan rakkoo hawaasaa furan gaggeessaa jiraachuu himame
Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC) – Yunvarsiitiin Arsii qorannoowwan rakkoo hawaasaa furan gurguddoo gaggeessaa jiraachuu beeksiiseera.
Yunvarsiitichi hojiilee…
Preezdaant Saahilawarq Preezdaantii Ruwaandaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Preezdaantii Ruwaandaa Pool Kaagaamee waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
Guyyaa har’aa…